Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Qellem Wallaggatti hojiin misooma sululaa eegale
Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC)-Godina Qellem Wallaggatti hojiin misooma sulalaa eegaluu Waajjirri Qonnaa fi Qabeenyaa Uumama godinicha beeksise.
Hojiin misooma sululaa kun gguyyoota…
Hojiin misooma sululaa guutuu Oromiyaatti Amajjii 1, 2013 irraa eegalee ni jalqabama jedhame
Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Hojiin misooma sululaa guutuu Oromiyaatti Amajjii 1, 2013 irraa eegalee kan jalqabamu ta’uu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa beeksise.…
Ityoophiyaanoonni 91 Beeruutii gara biyya isaanii deebi’an
Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanoonni 91 Beeruutii gara biyya isaani deebi’uu ibsameera.
Sanada malee Libaanoos jiraachaa kan turan lammiileen kunneen Libaasoositti…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 441 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 441 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 1 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Hoggantoonni olaanoon garee finxaaleyyii 9 too’annoo jala oolan
Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) - Hoggantoonni olaanoon garee Juuntaa 9 too'annoo jala ooluu itti gaafatamaan qajeelcha humna raayyaa ittisaa Birgaadeer jeneraal Tasfaayee Ayyaalew ibsan.…
Qamadiin jallisii boneen faca’e bu’aa qabeessa ta’eera -Dooktar Abiy
Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) - Qamadiin jallisii boneetiin faca'e bu'aa qabeessa ta'aa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Bu'aawwan argamerratti carraaqqii…
Bulchiinsi magaalichaa dargaggoota kuma 8 ol daandii irraa jiraataan kaasuun leenjisaa jira
Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) –Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee bara baajataa 2013tti dargaggoota kuma 8 ol daandii irraa jiraataan kaasuun leenjisaa jiraachuun ibsame.…
Ityoophiyaa, Eertiraa, Gibts dabalatee biyyoonni kanneen akka Raashiyaa, Sarbiyaa fi Beelaruus…
Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa, Eertiraa, Gibts dabalatee biyyoonni kanneen akka Raashiyaa, Sarbiyaa fi Beelaruus Ayyaana dhalachuu Yesuus Kiristoos (Qillee) kabajan.…
Hoggantoonni Olaanoon qaama miidhamtoota waraanaa waliin ayyaanicha kabajan
Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoon qaama miidhamtoota waraanaa waliin ayyaanicha kabajan.
Ministeerri Dhimma Hojjataa fi Hawaasummaa, Biiroo Dhimma Hojjataa fi…
Ayyaanni Qillee hordooftoota amantaa kiriistaanaan guutuu biyyatti kabajame
Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) –Ayyaanni Qillee hordooftoota amantaa kiriistaanaan guutuu biyyatti kabajameera.
Ayyaanicha ilaalchisuun Muummee Ministiraa Dooktar Abiy…