Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Maraan Baga Ayyaana…
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Maraan Baga Ayyaana Qillee (Dhaloota Kiristoosiin) Isin Gahe jedhan.…
Waltajjiin nageenya biyyaalessaa magaalaa Asoosaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) –Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa jaarsoo biyyaa waliin ta’uun waltajjii nageenya biyyaalessaa magaalaa Asoosaatti gaggeessaa jiru.…
Manni Marichaa haleellaa Masjiida Najjaashii irratti raawwatameen gadda itti dhaga’ame ibse
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) - Manni Maree Waliigala Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa haleellaa Masjiida Najjaashirratti raawwatameen gadda itti dhaga’ame ibseera.
Manni…
Duudhaaleen waloomaa keessan ititaa, akeekni keessan ifa, hawwiin keessan qulqulluu, galmi keessan…
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Ergaa Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Kabaja Ayyaana Dhaloota Yesuus Kiristoos Sababeeffachuun Dabarsan.…
Weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi to’achuuf xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachisadha- obbo…
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) - Weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi to’achuuf hojii qindoomina qabu hojjechuun kan barbaachisu ta'uu itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…
Gabaa ayyaanaa Qilleef dhiheessi oomishaarratti hanqinni hin jiru- Waldaa Hojii Gamtaa Qonna…
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Gabaa ayyaanaa Qilleef dhiheessi oomishaarratti hanqinni waan hin jireef hawaasni daldaltoota gatii hinmallee dabalaniif akka hin saaxilamne…
Dureewwan amantaa ayyaana Qillee bara 2013 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) - Dureewwan amantaa ayyaana Qillee bara 2013 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Iyyasuus Kiristoos dhalachuu isaan namaa fi Waaqa…
Waldichi Lammiilee buqqa’an deebisanii dhaabuuf waamicha deeggarsa namoomaa dhiyeesse
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Waldaan Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa lammiilee sababoota garaagaraan qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’an deebisanii dhaabuuf galii deeggarsa namoomaa…
Bulchiinsi naannoo Hararii hordooftoota amantaa Kiristiyaanaa maraan ergaa baga nagaan Ayyaana…
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) –Bulchiinsi naannoo Hararii hordooftoota amantaa Kiristiyaanaa maraan ergaa baga nagaan Ayyaana Qillee geessaanii dabarseera.
Bulchiinsi…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee awwaalchi Aggituu iddoo dhaloota isheetti ta’uu akka qabu…
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee biyya Xaaliyaaniitti kan ajjeefamte Aggituu Guddataa iddoo dhaloota isheetti kabajaan awwaallamuuf reeffii gara biyyaa akka…