Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Finfinneetti giddugalli gabaa ammayyaa tajaajilaaf banaa ta’e
Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti giddugalli gabaa suuqota aammayyaa kuduraa fi Muduraa,oomisha qonnaa of keessatti hammate tajaajilaaf banaa ta’eera.
…
Sirni beekkamtii laachuu qonnaan bultootaa,horsiisee bultootaa fi qooda fudhattootaa magaalaa…
Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) - Sirni beekamtii qonnaan bultootaa, Horsiisee bultoolaa fi qooda fudhattootaa naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffameera.
Sirnicharratti…
Uummanni Oromoo waan Ityoophiyaa cabse jijjiiruun enyuyyuu caalaa aarsaa guddaa kaffaleera- Obbo…
Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) – Uummanni Oromoo waan Ityoophiyaa cabse jijjiiruun enyuyyuu caalaa arsaa guddaa kaffaleera preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obboo…
Yuunvarsiitiin Amboo sadarkaa proofeesarummaa guutuu qorataa tokkoof laate
Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Amboo yeroo jalqabaaf sadarkaa proofeesarummaa guutuu qorataa fi barsiisaa tokkoof laateera.
Yuunvarsiitichi yeroo…
Godina Wallagga Lixaatti hiriirri balaalleffannaa ABO shanee gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) – Aanaalee godina Wallagga Lixaa garaagaraa keessatti hiriirri balaalleffannaa ABO shanee gaggeeffame.
Jiraattoonni aanaalee Gimbii, Jaarsoo fi Boojjii…
Godina Matakkalitti hidhattonni lammiilee nagaarratti haleellaa raawwataa turan 17 too’annoo jala…
Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) - Godina Matakkalitti hidhattonni lammiilee nagaarratti haleellaa raawwataa turan 17 hirmaannaa uummataan too’annoo jala ooluu Qajeelchi Kora Bittinsaa fi…
Haala guutinsaa fi gadi lakkifama bishaan hidha haaromsaarratti mariin sadee har’a ni eegalama
Finfinnee, Muddee, 25, 2013 (FBC) - Haala guutinsaa fi gadi lakkifama bishaan Hidha Haaromsaa ilaalchisee mariin sadee har’a Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibtsi gidduutti ni eegalama.…
Naannoo Oromiyaatti Zoonii Diinagdee ammaayyaa ijaaruuf karoora qophaa’eerratti…
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti Zoonii Diinagdee ammayyaa ijaaruuf karoora qophaa'eerratti mariin gaggeeffameera.
Magaalaan ammaayyaa kun 'Zoonii diinagdee addaa…
Ijaarsi Indaastirii Paarkii magaalaa Samaraa saffisaan gaggeeffamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) - Ijaarsi Indaastirii Paarkii Magaalaa Samaraa % 70 irra ga'uu Korporeesshiniin misooma Indaastirii Paarkiwwanii ibseera.
Baatii Caamsaa,2012…
Aadde Daagmaawiit Mogas Dirree Dawaatti dawwannaa taasiisan
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Geejjibaa aadde Daagmaawiit Mogas Dirree Dawaatti paarkii Indaastirii, Korporeeshiinii Baabura Lafaa, Motara Reedwaa TVS, fi buufata…