Browsing Category
Oduu biyya keessaa
“Hirmaannaa hawaasa Mana Murtichaa malee hooggansi qofaa isaa eessaayyuu gahuu hin danda’u” –…
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa obbo Gazaaliin goolaba leenjii Ofisaroota Seeraa fi Hojjattoota Deeggarsaaf guyyoota tokkoo fi walakkaaf…
Nageenyaa waaraa mirkaneessuuf Nama dhuunfaa, Maatii fi Hawaasaa irratti xiyyeeffannoo kennun ibsame
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Nageenyaa waaraa mirkaneessuuf Nama dhuunfaa, Maatii fi Hawaasaa irratti xiyyeeffannoo kennun ibsame.
Ministirri Nageenyaa aadde Mufaariyaat…
Daandii Baaburaa Magaalaa Finfinnee-Jibuuti kan Awaash- Koomboolchaa – Hara Gabaa wajjiin…
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) - Daandii Baaburaa Magaalaa Finfinnee-Jibuuti kan Awaash- Koomboolchaa – Hara Gabaa wajjiin walqunnamsiisuf waligalteen mallatta’e.
Koorporeshiniin…
Baazariin Bu’aa Qonnaa Oromiyaa beeksisu Magaalaa Adaamatti baname
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) - Baazariin Bu'aa Qonnaa Oromiyaa beeksisu Magaalaa Adaamatti baname.
Agarsiisi baazaariifi egzibiishii bu'aa oomisha qonnaa Magaalaa…
Dhaabbileen barnoota olaanoo hedduun guyyaa har’aa barattoota isaanii eebbisisaniiru
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) - Dhaabbileen barnoota olaanoo hedduun guyyaa har’aa barattoota isaanii eebbisisaniiru.
Yuunivarsiitiin Arbaa Miinci Koollejjin Yaalaa fi Saayinsii…
Meeshaaleen koontirobaandii tilmaama gatii Birrii miiliyoona 59 ol qaban too’ataman
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) - Meeshaaleen koontirobaandii tilmaama gatii Birrii miiliyoona 59 ol qaban too’ataman.
Torbee dabarsineetti meeshaaleen koontirobaandii tilmaama…
Giddugalli Gabaa kuduraafi muduraa haaraan seeraan alummaa kanaan dura ture kan hambisee ta’uun…
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Giddugalli Gabaa kuduraafi muduraa haaraan seeraan alummaa kanaan dura ture kan hambisee ta’uun ibsame.
Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti kutaa…
Proojaktii Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa akkaataa milkeessuu danda’amurratti qooda fudhattoota…
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Proojaktii Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa akkaataa milkeessuu danda'amurratti qooda fudhattoota waliin Magaalaa Finfinneetti mari'atameera.
Kaayyoon…
Mariin dargaggootaa sadarkaa naannoo Oromiyaa Magaalaa finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) –Mariin dargaggootaa sadarkaa naannoo Oromiyaa Magaalaa finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Marii Galma Giddugala Aadaa Oromootti gaggeeffamaa jiru…
Paartileen morkattootaa sagantaa isaanii karaa nagaan dhiyeeffachuu ni danda’u – obbo Musxafee…
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Jijjiiramaan booddee dhabbilee haqaa, ijaarsa demokiraasii fi qabiinsa mirga namoomaa irratti hojiin gaariin hojjetamuus, hojiiwwan fooyya’uu qaban akka…