Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Baalee Aanaa Gololchaatti hoomaa awwaanisaa mul’ate too’achuuf biifaan keemikaalaa…
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Godina Baalee Aanaa Gololchaatti hoomaa awwaanisaa mul'ate too’achuuf biifaan keemikaalaa raawwachaa jiraachu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa…
Projaktiin qarqara laga Awweetuu k Birrii miliyoona 600 caaluun hojjeetamuuf kontiraaktaroota sadii…
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Projaktiin qarqara laga Awweetuu k Birrii miliyoona 600 caaluun hojjeetamuuf kontiraaktaroota sadii fi bulchiinsa magaalaa Jimmaa jidduutti waliigalteen…
Miseensoonni mana maree bakka bu’oota FDRI ummataa karoora waggaa 10 irratti marii’achaa jiru
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Miseensoonni mana maree bakka bu’oota FDRI ummataa karoora waggaa 10 irratti marii’achaa jiru.
Adeemsa qophii karoorichaa ilaalchisun Komishinarri…
Dooktar Liyaa Taaddasaan Hospitaala Felaga Hiywoot daawwatan
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan magaalaa Baahir Daaritti kan argamu Hospitaala Felaga Hiywoot hospiitaala nageenyummaa fi…
Daangeffamni bulchiinsa riifoormii waloo Dhaabbilee Demokiraasii Federaalaa ragga’e
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Daangeffamni bulchiinsa riifoormii waloo Dhaabbilee Demokiraasii Federaalaa ragga’e.
Ministirri Deettaan Itti Waamamaa Gargaaraa Mootummaa obbo…
Manni Maree naannoo Beenishaanguul Gumuuz boruu yaa’ii ariifachiisaa ni gaggeessa
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Manni Maree naannoo Beenishaanguul Gumuuz boruu yaa’ii ariifachiisaa akka gaggeessu ibsame.
Itti aantuun Af Yaa’ii mana maree naannichaa aadde Alamnash…
Torbee tokko keessatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 75 fi kuma 200 fi kuma75tti…
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Torbee tokko keessatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 75 fi kuma 200 fi kuma75tti tilmaamamu too’atame.
Torbee tokko keessatti…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 451 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 18, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 451 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 8 darbeera.
Sa'aatii 24…
Guyyaan qaama miidhamtootaa magaalaa Bahaar Daaritt kabajame
Finfinnee, Muddee 18, 2013 (FBC) - Guyyaan qaama miidhamtootaa idil addunyaa 29ffaan magaalaa Bahaar Daaritti har'a kamajameera.
Ayyaanichi mata duree 'Covid -19 booda qaama…
Bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay dargaggoota magaalaa Maqalee waliin mari’ate
Finfinnee, Muddee 18, 2013 (FBC) - Bulchnsi yeroo naannoo Tigraay dargaggooota magaalaa Maqalee waliin mari'ateera.
Bulchiinsichi kutaa hawaasaa waliin dhimmoota waqtaawaa waliin marii…