Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan Naannoo Sidaama Magaalaa Hawaasatti Warshaan Zayita nyaataa kan jalqabaa Birrii…
Finfinnee, Muddee 18, 2013 (FBC) – Mootummaan Naannoo Sidaama Magaalaa Hawaasatti Warshaan Zayita nyaataa kan jalqabaa Birrii biiliyoona 1.7n ijaaruuf akka ta’ee ibsame.
Warshaa Zayitaa…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Beenishaanguul Gumuuzif deeggarsa midhaan nyaataa Birrii…
Finfinnee, Muddee 18, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Beenishaanguul Gumuuzif deeggarsa midhaan nyaataa Birrii miiliyoona 8.6tti tilmaamamu taasise.
Deeggarsicha…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI karoora waggaa 5 irratti marii’ate
Finfinnee, Muddee 18, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI karoora waggaa 5 irratti marii’ate.
Marichi kan gaggeeffame magaalaa Jigjigaatti Dhaabbilee Demokiraasii…
Mootummaan Naannoo Gambeellaa Matakkalitti haleellaa lammiilee nagaa irratti raawwatame balaaleffate
Finfinnee, Muddee 18, 2013 (FBC) – Mootummaan Naannoo Gambeellaa Matakkalitti haleellaa lammiilee nagaa irratti raawwatame balaaleffate.
Preezdaantiin Mootummaan Naannoo Gambeellaa…
Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa milishoota 378 mooraa koolleejjii Leenjii Poolisii Oromiyaa damee…
Finfinnee, Muddee 18, 2013 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa milishoota 378 mooraa koolleejjii Leenjii Poolisii Oromiyaa damee Bulbulaatti leenjisaa ture eebbise.…
Karoora Nageenya Filannoo biyyaaleessaa Mana Maree Nageenyaa Biyyaaleessaan qophaa’eerratti…
Finfinnee, Muddee 18, 2013 (FBC) – Karoora Nageenya Filannoo biyyaaleessaa Mana Maree Nageenyaa Biyyaaleessaan qophaa’eerratti qaamoolee qooda fudhattoota federaalaa fi…
Ijaarsi akkaadaamii ispoortii suluultaa daawwatame
Finfinnee, Muddee 18, 2013 (FBC) – Ijaarsi akkaadaamii ispoortii suluultaa daawwatame.
Ijaarsi akkaadaamii ispoortii suluultaa guyyaa har’aa jiila sadarkaa Itti Aanaa…
Giddugalli qindeessaa yeroo muddamaa godina Matakkalitti akka hundaa’uu murtaa’e
Finfinnee, Muddee 18, 2013 (FBC) – Koreen Biyyaaleessa Deebii kennaa giddugalli qindeessaa yeroo muddamaa (emergency operation center) waliigahii taa’een giddugalili qindeessaa yeroo…
Ganna dhufu biqiltuuwwan biiliyoona 6 ol biyya keessaa fi biyyoota ollaa dhaabuuf qophiin…
Finfinnee, Muddee 17, 2013 (FBC) - Ganna dhufu biqiltuuwwan biiliyoona 6 ol biyya keessaa fi biyyoota ollaa dhaabuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu Komishiniin Eeggumsa naannoo, Bosonaa fi…
Dhadhaan wantoota fayyaa namaaf balaa ta’e waliin makamee gabaaf dhiyaachuuf ture kuntaalli 93…
Finfinnee, Muddee 17, 2013 (FBC) - Dhadhaan wantoota fayyaa namaaf balaa ta'e waliin makamee gabaaf dhiyaachuuf ture kuntaalli 93 too'atamuu Abbaan Taayitaa Too'annoo Nyaataa fi Qorichaa…