Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli obbo Fiqaaduu Tasammaatiin durfamu Jimmaatti hojiiwwan misooma dargaggootaan hojjetaman…
Finfinnee, Muddee 17, 2013 (FBC)- Jilli itti gaafatamaa waajjira Paartii Badhaadhina Oromiyaa obbo Fiqaaduu Tasammaatiin durfamu,magaalaa Jimmaatti hojiiwwan misoomaa dargaggootaan…
Magaalichatti baatiwwan shanan darbanitti dargaggoota kuma dhibba 1 oliif carran hojii umamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 17, 2013 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti baatiwwan shanana darbanitti dargaggoota kuma dhibba 1 fi kuma 18f carraan hojii uumamuu Biiroon Misoomaa Intarpiraayizii Carraa…
Hirmaannaa hawaasni hojii nageenyaarratti taasisaa jiru cimsuuf kan gargaaruu gareen gorsaa walabaa…
Finfinnee, Muddee 17, 2013 (FBC)- Hirmaannaa hawaasni hojii nageenyaarratti taasisaa jiru cimsuuf kan gargaaruu gareen gorsaa walabaa sadarkaa bulchiinsa magaalaa Finfinneetti hundaa’u…
Bara kana akka naannoo Oromiyaatti dareen dabalataa kumni 34 ijaaramuun bara barnootaa 2013’f…
Finfinnee, Muddee 17, 2013 (FBC)- Mootummaan naannoo Oromiyaa bara barnootaa 2013tti baajata Birrii bIiliyoona 4.9 ramaduun damee barnootaan hojiiwwan addaa addaa hojjechaa jiraachuu…
Jilli preezdaant Shimallis Abdisaan durfamuu ganda Burraa Alaltuu fi Caffee Kuullootti qamadii …
Finfinnee, Muddee 17, 2013 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdisaan durfamuu Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee Aanaa Barraak ganda Burraa…
Namoonni giddugala gabaa kuduraa fi muduraa Laaftoo irratti ibiddaa qabsisuu fi suqoota diiguuf…
Finfinnee, Muddee 17, 2013 (FBC)- Namoonni giddugala gabaa kuduraa fi muduraa Laaftoo irratti ibiddaa qabsisuu fi suqoota diiguuf yaalan to’atamaniiru.
Namoonni tajaajila giddugala…
Namoonni giddugala gabaa kuduraa fi muduraa Laaftoo irratti ibiddaa qabsisuu fi suqoota diiguuf…
Finfinnee, Muddee 17, 2013 (FBC)- Namoonni giddugala gabaa kuduraa fi muduraa Laaftoo irratti ibiddaa qabsisuu fi suqoota diiguuf yaalan to’atamaniiru.
Namoonni tajaajila giddugala gabaa…
Jilli obbo Addisuu Araggaan durfamu ijaarsa hospitaala waliigala Maqii Dugdaa daawwate
Finfinnee, Muddee 17, 2013 (FBC)- Jilli sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessan kilaastera hawaasummaa Oromiyaa obbo Addisuu Araggaan durfamuu godina Shawaa Bahaatti hospitaala…
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa bara baajata darbeen bu’aa Birrii biiliyoona 1.4 ol argate
Finfinnee, Muddee 17, 2013 (FBC)- Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa bara baajata darbeetin gibiraan dura bu'aa Birrii biiliyoona 1.42 argateera jedhame.
Bara baajatichaatti qabeenyii…
Yuunvarsiitiin Finfinnee barattoota barsiisaa ture kuma 4 ol eebbisise
Finfinnee, Muddee 17, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Finfinee guyyaa har'aa barattoota barnoota digrii jalqabaa, digirii 3ffaa, galgalaa fi gannaan barsiisaa ture kuma 4 fi 87 eebbisiseera.…