Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qamadii alaa galu hambisuuf hawwiin jiru milkaa’aa jira – obbo Addisuu Araggaa
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) - Qamadii alaa galu hambisuuf hawwiin jiru milkaa'aa jiraachuu sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessan kilaastera hawaasummaa Oromiyaa obbo Addisuu…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 481 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 481 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 15 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Itti Aantuu kantiibaa bakka argamanitti taaksiin Saragillaa tajaajjila eegale
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) – Itti Aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee bakka argamanitti dubartoonni qofti kan konkolaachisaan taaksiin Saragillaa tajaajjila…
Dhaabbileen mootummaa fi dhuunfaa projaktii “maaddii biyyaaf’’ galii taasisan
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) – Dhaabbileen mootummaa fi dhuunfaa projaktii “maaddii biyyaaf’’ nagaheen erguun maallaqa waadaa galan galii taasisaniiru.
Haaluma kanaan;…
Sirni awwaacha barreessaa fi qorataa Boonsaamoo Mi’eessoo raawwate
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) - Sirni awwaacha barreessaa fi qorataa Boonsaamoo Mi'eessoo raawwateera.
Barreessaan kitaabota afaanii, aadaa, seenaa, duudhaa fi safuu Oromoo Boonsaamoo…
Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qindeessaa Kilaastera…
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) - Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qindeessaa Kilaastera Hawaasummaatiin durfamu Paarkii Indaastirii Qindeessaa Qonna…
“Barattoonni miiliyoona 10.6 sababa dhibee COVID-19tin manatti deebi’anii turan yeroo amma gara…
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Hogganaa Biiroo Barnoota Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoo akka biyya keenyatti miiliyoona 26 manatti kan deebi’an yoo ta’u akka naannoo Oromiyaatti…
Bulchiinsi Yeroo Naannoo Tigiraay kutaalee hawaasaa magaalaa Maqalee waliin marii’ate
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) - Bulchiinsi Yeroo Naannoo Tigiraay kutaalee hawaasaa magaalaa Maqalee waliin marii’ate.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigiraay…
Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan Caamsaa 28,2013 akka gaggeeffamu Boordiin Filannoo yaada…
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) – Guyyaan Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaan itti gaggeeffamu Caamsaa 28, 2013 akka ta’u Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa yaada dhiyaase.…
Injiinar Taakkalaa Uumaa fi Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Gambeellaa Umood Ujuluu naannichaatti…
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) - Injiinar Taakkalaa Uumaa fi Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Gambeellaa Umood Ujuluu naannichaatti bakka bifa aadaatiin warqeen itti oomishaamuu fi…