Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamuu proojektii bishaan dhugaatii aanaa Nageellee Arsii daawwate
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC)- Jilli Sadarkaa itti aanaa Preezdaantii fi Qindeessaa Kilaastera Misooma Baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu proojektii bishaan dhugatii Godina…
Ityoophiyaannonnii 42 Libaanoosii gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 42 Libaanoosii gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee kunneen qindoomina Ministeerri Dhimmi Alaa dhaabbata tola oolaa diyaaspooroota…
Ityoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee liqaa Doolaara miiliyoona 100 mallatteessan
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee liqaa Doolaara miiliyoona 100 mallatteessaniiru.
Waliigalticha Ministirri Deettaa Ministeera…
Daddabarsa namootaa seeraan alaa to’achuuf biyya mijattuu uumuun barbaachisaadha-Obbo Dammaqaa
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC)- Daddabarsa namootaa seeraan alaa to’achuufi rakkichaa furuuf hojiin biyya mijattuu uumuu hojjechuun akka barbaachisuu Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi…
Balaa Ibiddaa tibba darbe magaalaa Sooddoo Gabaa Markaatorra qaqqabeen qabeenyi Birrii biiliyoona 1…
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) – Balaa Ibiddaa tibba darbe magaalaa Sooddoo Gabaa Markaatorra qaqqabeen qabeenyi Birrii biiliyoona 1 olitti tilmaamamu barbadaa’uu ibsame.
Itti…
Akka biyyaattii baatiiwwan keessa jirruu fi aanani dhufanitti ayyaanoota kabajaman fi gaa’ila…
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) - Ministirri fayyaa FDRI fi Dhaabbilee amantaa Ityoophiyaa Akka biyyaattii baatiiwwan keessa jirruu fi itti aanani dhufanitti ayyaanoota kabajaman fi…
Ameerikaa fi Siwiidiin deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayiif Doolaara miiliyoona 24 taasiisan
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) – Deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayiif Ameerikaan Doolaara miiliyoona 18, Siwiidiin ammoo Doolaara miiliyoona 6 taasiisaniiru.
Deeggarsi…
Mariin jalqabaa Kaawunsilii Saayinsii Ityoophiyaa gaggeeffama jira
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC)- Mata duree ‘Saayinsiin Misoomaa fi Badhaadhina Ityoophiyaaf’ jedhuun waltajjiin maree kaawunsilii Saayinsii Ityoophiyaa Finfinneetti gaggeeffama jira.…
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa wixinee gabatee yeroo filannoo ilaalchisuun marii…
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa paartilee siyaasaa waliin wixinee gabatee yeroo filannoo ilaalchisuun marii gaggeessaa jira.…
Misooma Tuurizimii naannoo Sulula Qiinxamaa itti fufiinsaan mirkaneessuuf waltajjiin magaalaa…
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) – Misooma Tuurizimii naannoo Sulula Qiinxamaa itti fufiinsaan mirkaneessuuf waltajjiin magaalaa Shashamanneetti gaggeeffamaa jira.
Waltajjii…