Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dr Abiy michuuwwan Ityoophiyaa fi hawaasa diyaaspooraa ayyaana Qillee Faranjootaa kabajataniif erga…
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad michuuwwan Ityoophiyaa fi hawaasa diyaaspooraa ayyaana Qillee Faranjootaa kabajataniif erga baga geessanii…
Godina Qellem Wallaggaa Magaalaa Dambii Doollootti qaamoleen hawaasa garagaraa fi hojjetootni…
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Godina Qellem Wallaggaa Magaalaa Dambii Doollootti qaamoleen hawaasa garagaraa fi hojjetootni Mootummaa duula sakatta'iinsa shanee geggeessan.…
Mariin waloo dhaabbilee demookiraasii federaalaa har’a Jigjigaatti ni gaggeeffama
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC)- Jilli Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa obbo Taaggasaa Caafoon durfamuu magaalaa Jigjigaa galeera.
Jilichi preezdaantii Mana Murtii…
Obbo Ristuu Yirdaaw magaalaa Sooddootti iddoo balaan Ibiddaa itti muudatee ture daawwatan
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) – Itti aanaan Preezdaantii naannoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw magaalaa Sooddootti iddoo balaan Ibiddaa itti muudatee ture daawwatan.…
Naannoon Somaalee miidhaa lammiilee nagaa Godina Matakkal Aanaa Bulaan irratti raawwateef gadda itti…
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) - Naannoon Somaalee miidhaa lammiilee nagaa Godina Matakkal Aanaa Bulaan irratti raawwateef gadda itti dhagga’ame ibseera.
Humnoota badii…
Barreessaa fi qorataa Boonsaamoo Mi’eessoo boqate
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) - Barreessaan kitaabota afaanii, aadaa, seenaa, duudhaa fi safuu Oromoo Boonsaamoo Mi'eessoo boqatachuu Waldaa Barreessitoota Oromoorraa odeeffanneerra.…
Jilli obbo Fidaaduu Tasammaan durfamuu oomisha qamadii jallisiin misoomaa jiruu fi horsiisa loon…
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Jilli ittti gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu oomisha qamadii Jallisiin misoomaa jiruu fi horsiisa loonii…
Preezdaanti Saahilawarq haleellaa lammiilee nagaarratti raawwatameef gaddi itti dhaga’amuu…
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen godina Matakkalitti lammiilee nagaa ajjeeffaman ilaalchisee gaddi cimaan itt dhaga'amuu ibsan.
Seenaarraa osoo…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 410 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 410 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 12 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Paartiin Badhaadhinaa ajjeechaa lammiilee nagaarratti raawwate kan balaallefatu ta’uu beeskise
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa ajjeechaa eenyummaa bu’ura godhachuun lammiilee nagaarratti raawwate kan balaalleffatu ta’uu beeskise.
Paartiin Badhaadhinaa…