Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay miseensota kaabinee haaraa ifoomse
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Miseensonni kaabinee haaraa Muudaman gara hojiitti galuu bulchiinsi yeroo naannichaa beeksiseera.
Itti gaafatamaan waajjira bulchiinsa yeroo…
Daandiin saffisaa Baatuu- Arsii Nagallee xiyyeeffannoo addaa akka barbaadu ibsame
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Daandiin saffisaa Baatuu – Arsii Nagalee xiyyeeffannoo addaa mootummaa kan barbaachisu ta’uu eerrameera.
Mana Maree Bakka Bu’oota…
Mootummaan naannoo Oromiyaa badhaadhina sadarkaa maatiitti mirkaneessuuf tarkaanfiiwwan gosa hedduu…
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa badhaadhina sadarkaa maatiitti mirkaneessuuf tarkaanfiiwwan gosa hedduu fudhachaa jiraachuu Preezdaantiin Mootummaa naannoo…
Damee qabeenya diinagdee babbal’isuuf Ityoophiyaan Biraazil waliin akka hojjetu ibsame
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Damee qabeenya diinagdee babbal’isuuf Ityoophiyaan Biraazil waliin akka hojjetu Mana Maree Bakka bu’oota Ummataatti Walitti Qabaan koree Dhaabbii…
Manni murtichaa Leetanaal koloneel Birihaanuu Baayehii fi Leetanaan jeneraal Addis Tadlaan Imbaasii…
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Galmee Mangiftuu Hayilamaariyaafaa jalatti kan himataman leetanaal koloneel Birihaanuu Baayehii fi Leetanaan jeneraal Addis Tadlaan Imbaasii Xaaliyaanii…
Ministeerri Barnoota barattootni manatti hafan haala itti mana barnootatti deebi’anirratti…
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Ministeerri Barnoota barattootni manatti hafan haala itti mana barnootatti deebi’anirratti hooggantoota hojii olaanoo mootummaa waliin marii’ate.…
Waltajjiin marii hoggantoota olaanoo Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Waltajjiin marii hoggantoota olaanoo Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee gaggeeffamuu ibsameera.
Maricharratti itti aantuu Kaantibaa…
Naannoo Oromiyaatti hojii hojjetamaa jiruun milkiin gaariin jiraachuun ibsame
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - karoora mootummaan qamadii biyya alaa galu biyyuma keessatti oomishuuf baafateen hanga ammaatti Naannoo Oromiyaatti hojii hojjetamaa jiruun milkiin…
Walitti bu’insi naannoo daangaa Ityoophiyaa fi Sudaanitti uumame ummataa fi mootummaa biyyoota…
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Walitti bu’insi naannoo daangaa Ityoophiyaa fi Sudaanitti uumame ummata biyyoota lamaanii gidduutti walshakkii fi walitti bu’insi akka uumamuuf hojii…
Godina Matakkalitti rakkoo nageenyaa uumamee waliin walqabatee hooggantoonni olaanoon 7 too’ataman
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Godina Matakkalitti rakkoo nageenyaa uumamee waliin walqabatee hooggantoonni olaanoon 7 too’atamuun Komaand Poostiin godina Matakkal beeksise.…