Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bakkeewwan barnoonni eegaletti maatiin daa’imman gara mana barumsaatti akka ergu Ministeerri…
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) – Bakkeewwan barnoonni eegaletti maatiin daa’imman gara mana barumsaatti akka ergu Ministeerri Barnootaa waamicha dhiyeesse.
Weerara covid…
Dooktar Abiy Ahimad jiraattoota godina Matakkal waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC)-Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad jiraattoota naannoo Beenishaanguul Gumuuz godina Matakkal waliin mari’ataniiru.
Waltajji marichaarratti…
Galii magaalootaa guddisuun hojii dhabdummaa hir’isuun damee indaastiriif bu’uura kaa’uun ni…
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) – Galii magaalootaa guddisuun hojii dhabdummaa hir’isuun damee indaastiriif bu’uura kaa’uun akka barbaachisu Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa…
Ityoophiyaannoonni kumni 1 fi 100 karaa seeraan alaa daangaa Taanzaaniyaa galaan to’annaa seeraa…
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC)- lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 100 karaa seeraan alaa daangaa Taanzaaniyaa galaan to’annaa seeraa jala jiraachuu Taanzaaniyatii Imbsaasiin Ityoophiyaa…
Baatiiwwan shanan darbanitti qoodinsi galiiwwanii waliinii naannooleef Birriin biiliyoona 9.8 akka…
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) – Baatiiwwan shanan darbanitti qoodinsi galiiwwanii waliinii naannooleef Birriin biiliyoona 9.8 akka darbu ta’uu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.…
Oromiyaatti baatiwwan shanan darbanitti proojaktoonni kaappitaala Birrii biiliyoona 83 galmeessaa…
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti baatiwwan shanan darbanitti proojaktoonii kaappitaala Birrii biiliyoona 83 galmeessaa kumbi 4 fi 359 gara hojitti galuu sadarkaa itti…
Tibba kana jiidhinsi gara Ityoophiyaa galee iddoowwan tokko tokkootti roobni salphaan akka jiraatuu…
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC)- Tibba kana jiidhinsi salphaan gara Ityoophiyaa galee iddoowwan tokko tokkootti roobni salphaan akka jiraatuu waan taasiseef of eeggannoon taasifamu akka…
Gareen Diijitaal Tiranisformeeshinii Ministeera Saayinsii fi Teeknoolojii projaktii baaburaa…
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) – Gareen Diijitaal Tiranisformeeshinii Ministeera Saayinsii fi Teeknoolojii projaktii baaburaa Awaash-Waldiyaa-Haragabayaa daawwateera.
Gareen…
Jilli aadde Daagimaawit Magasiin durfamu Ministeera Bu’uuraalee Misoomaa fi Geejjibaa Sudaan…
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) – Jilli Ministira Geejjibaa FDRI aadde Daagimaawit Magasiin durfamu Ministeera Bu’uuraalee Misoomaa fi Geejjibaa Sudaan akkasumas hoggantoota hojii…
Magaalootaa fi gandoota baadiyaa naannichaa hundaatti yeroo gabaabaa keessatti humna akka argatan…
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) –Naannoo Tigiraayitti bu’uuraalee misoomaa humna elektirikaa miidhaan irra ga’e suphuun magaalootaa fi gandoota baadiyaa hundaatti yeroo gabaabaa…