Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Nageenya naannoo Oromiyaa mirkaneessuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) - Komishiniin Poolisii Oromiyaa nageenya naannoo Oromiyaa mirkaneessuuf yeroo kamiyyuu caalaa cimisee hojjechaa jiraachuu beeksise.
ABO shanee Uummata…
Dhimmi daangaa Ityoo – Sudaan akka laboobu warreen barbaadaan diinoota Ityoophiyaati-…
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) - Diinoonni Ityoophiyaan dhimmi daangaa Ityoo - Sudaan akka laboobu barbaadanis biyyoonni lameen dhimmicha hundeerraa furuuf waadaa galuu ibsameera.…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 397 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 397 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 8 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Poolisiin Federalaa naannoo Tigraayitti meeshaalee waraanaa hedduu too’achuu ibsame
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) - Naannoo Tigraayitti duulaa olaantummaa seeraa mirkaneessurratti kan argamu Poolisiin Federaalaa sakattoo gaggeesseen meeshaalee waraanaa gareen…
Rakkoo nageenyaa naannoo daangatti uumamu furuun tokkummaa ummattootaa cimsuuf hojjetamaa jiraachuu…
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) – Rakkoo nageenyaa naannoo daangaa naannolee Oromiyaa fi Somaaleetti darbee darbee uumamu furuun hariiroo ummattootaa cimsuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.…
Vaayrasiin dhibee Covid- 19 haaraan amma argame kan duraa caalaa % 70 saffisa qaba –…
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) – Saayintistoonni vaayrasiin caaseffama qaccee isaa geeddare jalqaba ji’a kanatti qorannoo gaggeessaniin argamuu ibsaniiru.
Afrikaa Kibbaatti…
Torbe lama keessaatti meeshaaleen kontiroobaandii tilmaama Birrii miiliyoona 25 ol qaban to’anna…
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC)- Torbee lama keessaatti meeshaaleen kontiroobaandii alaa fi keessaa tilmaama Birrii miiliyoona 25 fi kumni dhibbi 8 fi kumni 70 qaban to’anna jala ooluu…
Ministeerri Albuudaa fi Boba’aa Yuunvarsiitii Finfinnee waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) - Ministeerri Albuudaa fi Boba’aa Yuunvarsiitii Finfinnee waliin waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Ministirri Ministeera Albuudaa…
Qindoomina miidhagina magaalaa, misooma magariisaa fi hojii balfa gogaa walitti qabuun hawaasaaf…
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC)- Qindoomina miidhagina magaalaa, misooma magariisaa fi hojii balfa gogaa walitti qabuun hawaasaaf carraa hojii uumuun aadaa ta’ee itti fufuu akka qabu itti…
Koloneel Yirgaalam Fiqaaduu fi Letanaal Koloneel Tawald Birhaan baqachuuf otuu jiraanii Afaar…
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) –Koloneel Yirgaalam Fiqaaduu fi Letanaal Koloneel Tawald Birhaan baqachuuf otuu jiraanii Afaar irratti too’atamuu qorataan poolisii dhaddachaaf ifoomseera.…