Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Olaantummaa Seeraa mirkaneessuufi haqa waareessuuf xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachiisadha_ Obbo…
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC)_ Olaantummaa Seeraa mirkaneessuu fi haqa bu'yureessuuf xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachiisaadha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badrii.…
Komishinara Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa kan turan Mitikkuu Kaasaan adabbii waggaa 13 fi Birrii…
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Komishinara Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa kan turan Mitikkuu Kaasaan adabbii waggaa 13 fi Birrii kuma 50 adabamaniiru.
Mitikkuu Kaasaan haadha warraa fi…
Giifaataan beekamtii argachuun Itiyoophiyaaf hiikoo addaa qaba – Salamaawiit Kaasaa
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Ayyaanni bara haaraa Walaayittaa Giifaataan UNESCOtti galmaa’uun Itiyoophiyaa fi Ummata Walaayittaaf hiikoo addaa qaba jedhan Ministirri Ministeera…
Ayyaanni bara haaraa Walaayittaa Giifaataan hambaa addunyaa ta’uun galmaa’e
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Mootummoota Gamtoomaniitti Dhaabbatni Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa Ayyaana bara haaraa Walaayittaa Giifaataa hambaa Kiliyaa addunyaa taasisuun galmeesse.…
Ejensiin Inarjii Atoomawaa Idil-addunyaa milkaa’ina kaayyoo Itiyoophiyaan damichaan qabatte…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2018 (FMC)- Ejensiin Inarjii Atoomawaa Idil-addunyaa kaayyoo Itiyoophiyaan damichaan qabatte akka milkeessituuf deeggaruuf kutannoo qaba jedhan Daayrektarri Olaanaan…
Itiyoophiyaan Sagantaa Humna Niwukilaraa ishee sadarkaa Ejensii Atoomawaa Idil-addunyaa waliin…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Itiyoophiyaan Sagantaa Humna Niwukilaraa ishee sadarkaa Ejensii Atoomawaa Idil-addunyaa waliin…
Komishinichi hojii ajandaalee waliigaltee waloo uumuuf dandeessisan adda baasuu xumuraa jira-…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2018 (FMC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa hojii ajandaalee waliigaltee waloo uumuuf dandeessisan adda baasuu xumuraa jira jedhan Komishinarri Komishinichaa…
Dooktar Geediyoon Xiimootiyoos Ministira Dhimma Alaa Paalaastaayin waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2018 (FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiyoos Ministira Dhimma Alaa Paalaastaayin Vaarsan Agaabeekiyaan Shaahiin waliin mari’ataniiru.…
Itiyoophiyaan invastimantii abbootii qabeenyaa alaaf mijataa ta’e uumteetti- Dooktar Ambaasaaddar…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan riifoormii diinagdee mandhalee gaggeessuun invastimantii abbootii qabeenyaa alaaf mijataa ta’e uumteetti jedhan Emereetota Araba…
Mootummaan ida’amuu jiruufi jireenya horsiisee bultootaa tarsiimoon jijjiiraa jira- Obbo…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2018 (FMC)- Mootummaan ida'amuu jiruufi jireenya horsiisee bultootaa tarsiimoon jijjiiraa jira jedhan Sadarkaa Pirezidaantii Itti Aanaatti Qindeessaan Kilaastera…