Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haati marii biyyaalessarratti hirmaachaa jirtu ilma dhiiraa dahuun maqaa isaa ‘Komishinii’ jettee…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2018 (FMC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuz bakka bu’uun marii biyyaalessarratti hirmaachaa kan jirtu aadde Hadaa Almaahiddiin ilma dhiiraa dahuun maqaa isaa…
Afrikaan carraalee hedduu qabdi- Dooktar Fitsum Asaffaa
Finfinnee, Adoolessa 16, 2018( FMC)- Afrikaan humna oomishaa dabalatee carraalee hedduu qabdi jedhan Ministirri Ministeera Pilaaniifi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan.
Yaa’iin ragaalee…
Yaadama ida’amuu humna garaagarummaa gara faayidaa walootti jijjiire…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2018 (FMC) – Akkaataa bu’uura Yaadama ida’amuun mootummaan, dargaggootni, dubartootni, dhaabbileen hawaasaa siivilii fi dhaabbileen miti mootummaa waliin ta'uun…
Ulaan galaanaa Itiyoophiyaaf dhimma nageenya biyyaalessaati…
Itiyoophiyaan ulaa galaanaa ishee deebifachuun dhimma nageenya biyyaalessaati.
Keessummaan mana keenya dhufe hundi gorduuba keenya ilaaluufi sakatta’uuf carraas ta’ee mirga hin qabaatu.…
Maaddii guutuu damee qonnaaf boqonnaa haaraa bane…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2018 (FMC) – Sagantaan Maaddii Guutuu inisheetiiviiwwan jiruufi jireenya lammiilee jijjiiruuf hojiirra oolan keessaa tokkodha.
Sagantaan kun birmadummaa nyaataa…
Obbo Tamsageen Xurunaa Pireezidaantii Gaanaa Joon Diraamaanii Mahaamaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 16, 2018( FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamsageen Xurunaa Pireezidaantii Gaanaa Joon Diraamaanii Mahaamaa waliin mari’ataniiru.
Obbo Tamasgeen Xurunaa…
Rakkoolee yeroo dheeraaf turan irratti mari’achuun waliigalteerra ga’uun egeree Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2018 (FMC) – Rakkoolee yeroo dheeraaf turan irratti mari’achuun waliigalteerra ga'uun egeree Itiyoophiyaa ifaa fi abdachiisaa taasisa jedhen jiraattoonni Magaalaa…
Gareen seeraan alaa ABUT dargaggoota ukkaamsuun gara kaampiitti galchaa jira- jiraattota naannichaa
Finfinnee, Adoolessa 15, 2018(FMC)- Gareen seeraan alaa ABUT dargaggoota ukkaamsuun gara kaampii leenjiitti galchaa jira jedhan jiraattonni naannoo Tigraay.
Gareen seeraan alaa ABUT…
Mariin biyyaalessaa rakkoolee biyyattiif furmaata- Jiraattota Magaalattii
Finfinnee, Adoolessa 15, 2018(FMC)- Mariin biyyaalessaa geggeeffamaa jiru biyya keenyaaf furmaata waaraa ni fida jedhan jiraattonni Godina Wallagga Bahaa magaalaa Angar Guutee.…
Tumsa diinagdee tarsiimawaa Afrikaafi biyyoota Galoo Galaanaa cimsuuf…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan tumsa diinagdee tarsiimawaa Afrikaafi biyyoota Galoo Galaanaa cimsuuf kutannoon hojjechaa jirti jedhe Ministeerri Dhimma Alaa.
Waltajjiin…