Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Arsii Bulchiinsa Magaalaa Guddattuu Dheeraatti balaa tiraafikaa konkolaataa ummataa mudateen…
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) – Godina Arsii Bulchiinsa Magaalaa Guddattuu Dheeraatti balaa tiraafikaa konkolaataa ummataa mudateen namoota 6 irra miidhaa cimaan gahe.
Godina…
Yaa’ii ariifachiisan hoggantootaa IGAD 38ffaan murtoo garaagaraa dabarsuun xumurame
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) - Yaa’ii ariifachiisaan hoggantoota Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa 38ffaa Jibuutiitti gaggeeffamaa ture murtoo garaagaraa dabarsuun xumurameera.
…
Sagantaan dubartoonni hojii isaaniin milkaa’an karaa itti shamarraniif muuxannoo isaanii qoodan…
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) – Sagantaan dubartoonni hojii isaaniin milkaa’an karaa itti shamarraniif muuxannoo isaanii qoodan ifoome.
Dubartoonni hojii isaaniin milkaa’an karaa…
Waltajjiin biyyaalessaa dhimma hawaasarratti xiyyeeffate guutuu biyyattiitti eegalame
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) – Mijeessummaa Ministeera Nageenyaan adeemsi waltajjii biyyaalessaa dhimma hawaasarratti xiyyeeffate guutuu biyyattiitti har’aa eegalee…
Mata duree ‘filannoo fi hirmaannaa hoo’aa dubartootaa’ jedhuun mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) – Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa mata duree ‘filannoo fi hirmaannaa hoo’aa dubartootaa’ jedhuun marii gaggeessaa jira.
Komishiniin…
Ityoophiyaan tokkummaa biyyaa eeguuf kutannoodhaan tarkaanfii fudhatte – Muusaa Faakii…
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) -Mootummaan Ityoophiyaa nagaa fi tasgabbii biyyattii mirkaneessuuf jecha kutannoodhaan tarkaanfii fudhachuushee dura taa'aan Komishinii Gamtaa Afriikaa…
Giddugalli leenjii Konteenjantii Huursoo Poolisoota naannoo Hararii leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) - Giddugala Seera Kabachiisuu Raayyaa Ittisa Biyyaatti, wiirtuun leenjii Konteenjantii Huursoo Poolisoota naannoo Hararii leenjisaa ture eebbisise.…
Ajajaa olaanaan humna qilleensaa FDRI Meejar Jeneraal Yilmaa Mardaasaan ramaddii qilleensaa lixaa…
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) - Ajajaa olaanaan Humna Qilleensaa FDRI Meejar Jeneraal Yilmaa Mardaasaan ramaddii Qilleensaa Lixaa daawwaataniiru.
Daawwannichaan raayyaa…
Dargaggoonni beekumsa diijitaalaa akka qabaatanif hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Innooveeshinii fi…
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) – Dargaggoonni beekumsa diijitaalaa akka qabaatanif hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii beeksise.
Ministeerri…
Jilli aadde Caaltuu Saaniin durfamu magaalaa Aggaarootti daawwannaa taasisaa jira
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC)- Jilli itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu Misooma Magaalota Oromiyaa aadde Caaltuu Saaniin durfamu magaalaa Aggaarootti daawwannaa taasisaa jira.…