Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Ministeera Geejjibaa aadde Dagimaawwit Mogasiin durfamuu kaleessa Kaartuumiin gale
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC)- Jilli Ministirri Minsteera Geejjibaa aadde Daagimaawwiit Mogasiin durfamuu kaleessaa Kaartuumiin galeera.
Jilichi wayita buufata xiyyaaraa idil addunyaa…
Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 14ffaa galgala kana gaggeeffameen Maanchiisteer…
Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) - Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 14ffaa galgala kana gaggeeffameen Maanchiisteer Yuunaayitiid Liidis Yuunaayitiid yoo injifatu, Tootanahaam…
Aanga’oota Dargii murtoon du’aa irratti darbee ture gara umrii guutuutti…
Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) - Aanga'oota Dargii waggoota 30 darbaniif Imbaasii Xaaliyaanii Finfinneetti argamu keessa kola galanii turan murtoon du'aa irratti darbee ture gara umrii…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 457 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 457 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 457 vaayrasii…
Shakkamtoota biyya alaa ajajni qabamu itti ba’e Interpoolii waliin dubbachuun taa’annoo…
Shakkamtoota biyya alaa ajajni qabamu itti ba'e Interpoolii waliin dubbachuun taa'annoo jala oolchuuf hojjetamaa jira - Poolisii Federaalaa
Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) - Shakkamtoota…
Hoggantoonni biyyoota miseensa IGAD duula olaantummaa seeraa mirkaneessuuf beekkamtii seeraa laatan…
Hoggantoonni biyyoota miseensa IGAD duula olaantummaa seeraa mirkaneessuuf beekkamtii seeraa laatan - Dooktar Abiy
Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) - Hoggantoonni biyyoota miseensa…
Dooktar Abiy Preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataa waliin hariiroo waloorratti mari’atan
Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataa waliin hariiroo waloo biyyoota lamaanirratti mari'ataniiru.…
Yaa’ii ariifachiisan hoggantootaa IGAD 38ffaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) - Yaa’ii ariifachiisaan hoggantoota Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa 38ffaa Jibuutiitti gaggeeffamaa jira.
Yaa'ii ariifachiisaa…
Lakkoofsi bilbilaa miseensota garee finxaaleyyii ABUT yakkaan barbaaddaman qaamni arge eeruu itti…
Lakkoofsi bilbilaa miseensota garee finxaaleyyii ABUT yakkaan barbaaddaman qaamni arge eeruu itti laatu ifoome
Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa Lakkoofsa bilbilaa…
Jilli aadde Caaltuu Saaniin durfamu aanaalee godina Jimmaa garaagaraatti daawwannaa taasisaa jira
Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) – Jilli itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu Misooma Magaalota Oromiyaa aadde Caaltuu Saaniin durfamu aanaalee godina Jimmaa garaagaraatti daawwannaa…