Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggaantoonni Ityoophiyaa, Keeniyaa, Soomaaliyaa fi Jibuutii marii waloo gaggeessan
Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) – Yaa’ii hoggantoota Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa 38ffaarratti hirmaachuuf Jibuutiitti kan argaman Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy hoggantoota…
Kutaa magaalaa Liddataatti boombii dhooheen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Liddataatti Boombiin Harkaa dhoo’uun lubbuun namoota 3 darbuu Komishiniin Poolisii magaalichaa beeksise.…
Dooktar Abiy Preezdaantii Soomaaliyaa Mahaammad Faarmaajoo waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) – Muummeen Minsitiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Soomaaliyaa Mahaammad Faarmaajoo waliin mari’ataniiru.
Haala hariiroo biyyoota…
Dooktar Abiy gita isaanii Sudaan Abdallaa Hamdook waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) – Muummeen Minsitiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Sudaan Abdallaa Hamdook waliin mari’ataniiru.
Hoggantoonni lameen yaa’ii…
Magaalaa Jimmaatti dhalattoota naannoo Tigraay waliin mariin gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) - Hoggantoonni olaanoon Paartii Badhaadhinaa naannoo Tigraay dhalattoota Tigraay Magaalaa Jimmaa keessa jiraatan waliin haala yeroo irratti…
Ijaarsa gamoo waajjira muummee mana murtii waliigalaa Oromiyaaf dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Muddee 11, 2013(FBC) - Ijaarsa gamoo Waajjira Muummee Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaaf naannoo Kiiloo 6tti dhagaan bu'uuraa kaa'ameera.
Sirna dhagaa bu’uuraa kaa’uu…
Magaalaa Walaayittaa Sooddootti giddugala gabaa Markaatoorra balaan Ibiddaa qaqqabe
Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) - Magaalaa Walaayittaa Sooddootti Giddugala gabaa Markaatoo jedhamuun beekkamu irra balaan Ibiddaa qaqqabuu ibsame.
Balicha ganama har’aa naannoo…
Yuunvarsiitiin Jimmaa dameewwan barnootaa akka biyyattii xiyyeeffannoon itti laatameen hayyoota…
Finfinnee, Muddee 10, 2013 (FBC) - Yuunvarsiitiin Jimmaa dameewwan barnootaa sadarkaa biyyatti xiyyeeffannoon itti laatameen eebbifamtoota PHD kuma 5 horachuuf hojjechaa jiraachuu beeksise.…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 469 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 469 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 3 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Ambaasaaddar Reedwaan Huseenii fi Ambaasaaddar Diinaa Muftii ogeeyyii miidiyaalee afaanoota alaan…
Finfinnee, Muddee 10, 2013 (FBC) - Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa fi Dubbii Himaan labsii yeroo ariifachiisaa ambaasaaddar Reedwn Huseenii fi Dubbiin Himaan Ministeera Dhimma alaa…