Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa Hararii barattoota ogummaa yaala fayyaa damee garaagaraan barasiisaa…
Finfinnee, Muddee 10, 2013 (FBC) - Koolleejjin Saayinsii Fayyaa Hararii barattoota ogummaa yaala fayyaa damee garaagaraan barsiisaa turu 969 har'a eebbisiiseera.
Koolleejjichi har'a yeroo…
Gamtaan Awrooppaa Ityoophiyaa dabalatee biyyoota 3f deeggarsa Yuuroo miiliyoona 23.7 taasise
Finfinnee, Muddee 10, 2013 ( FBC) – Gamtaan Awrooppaa Ityoophiyaa dabalatee biyyoota 3f deeggarsa Yuuroo miiliyoona 23.7 taasisuu beeksise.
Deeggarsichi Ityoophiyaa,Sudaanii fi…
Naannoo Kibbaatti hoomaan awwaannisaa argame
Finfinnee, Muddee 10, 2013 ( FBC) – Naannoo Kibbaatti hoomaan awwaannisaa argamuu ibsame.
Biiroon Qonnaa fi qabeenyaa umaamaa naannichaa Faanaa Broodkaasting Koorporeetif akka ibseetti,…
Maqaleetti hojjettoonni mootumaan % 84 gara hojiitti deebi’uuf gabaasa dhiyeessan
Finfinnee, Muddee 10, 2013 ( FBC) – Hojjettoota mootummaa magaalaa Maqalee kuma dhibba 2 fi kuma 26 keessaa %84 kan ta’an gara hojiitti deebi’uuf gabaasa dhiyeessuu isaanii kantiibaan…
Koreen giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaan walga’ii idilee guyyoota lamaaf gaggeessaa ture xumure
Finfinnee, Muddee 10, 2013 ( FBC) - Koreen giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaan walga’ii idilee guyyoota lamaaf gaggeessaa ture murtoowwan garaagaraa dabarsuun xumureera.
Korichi…
Baazaarii fi agarsiifni oomishaalee qonnaa magaalota Oromiyaa garaagaraatti baname
Finfinnee, Muddee 10, 2013 ( FBC) - Baazaarii fi agarsiifni oomishaalee qonnaa fi teeknooloojii qonnaa magaalota Oromiyaa garaagaraatti jalqabamuu ibsameera.
Baazaariin…
Magaalaa Burraayyuutti balaa Ibiddaa qaqqabeen qabeenyi Birrii miiliyoona 10tti tilmaamamu…
Finfinnee, Muddee 10, 2013 ( FBC) - Magaalaa Burraayyuutti guyyaa kaleessaa naannoo sa’aatii 8:00 balaa Ibiddaa qaqqabeen qabeenyi Birrii miiliyoona 10tti tilmaamamu barbadaa’uu…
Lammiilee sababa duula olaantummaa seeraa kabachiisuun buqqa’an deebisanii dhaabuuf Sudaan waliin ni…
Finfinnee, Muddee 10, 2013 ( FBC) - Mootummaan lammiilee sababa duula olaantummaa seeraa kabachiisuun buqqa’an deebisee dhaabuu Sudaan waliin tumsaan kan hojjetu ta’uu Sudaanitti…
Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa baratootaa sagaantaa garaagaraan barsiisaa ture…
Finfinnee, Muddee 10, 2013 ( FBC) - Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa baratootaa sagaantaa garaagaraan barsiisaa ture har’a eebbisiiseera.
Yuunvarsiitichi…
Ambaasaaddar Taayyee Atsaqasillaaseen Preezdaantii yaa’ii waliigalaa DhMG ambaasaaddar Voolikaan…
Finfinnee, Muddee 10, 2013 ( FBC) - Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaan addaa Ambaasaaddar Taayyee Atsaqasillaaseen Preezdaantii yaa’ii waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii…