Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Finfinneetti baatii afuriif kan turu sagantaan misooma magariisaa fi eeggumsa naannoo…
Finfinnee, Muddee 10, 2013 ( FBC) - Magaalaa Finfinneetti baatii afuriif kan turu sagantaan misooma magariisaa fi eeggumsa naannoo dargaggootaa eegalamuu ibsame.
Itti aantuun…
Boordichi waldhabdee miseensota ABO gidduutti uumame ilaalchisee murtoo dabarse
Finfinneen, Muddee 9, 2013 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyaaleessa Ityoophiyaa waldhabdee miseensota hoggantootaa Adda Bilisummaa Oromoo gidduutti uumaame ilaalchisee murtoo dabarseera.…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 544 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 544 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 12 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Hoogganaan garee ABUT buqqaattota fakkachuun magaalaa Shiree keessaa socho’aa ture to’atame
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC)- Hoogganaan garee ABUT buqqaattota fakkachuun magaalaa Shiree keessaa socho’aa ture to’atameera.
Naannoo Baa’ikaar, Humaraafi Qaaftaatti wayita qindeessaa…
Sumaaleetti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbe
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC)-Naannoo Sumaalee godina Siitii ganda Kalabadeetti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbeera.
Minibaasiin karaa seeraan alaa namoota fe’ee…
Misooma qonnaa abaaboo irratti dhaabbileewwan beekumsaa ce’umsaa teeknoooloojii uumuu akka qaban…
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC)- Koree dhaabbii dhimmoota qonnaa, horsiisee bultootaa fi eegumsi naannoo Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa sochii hojii misooma qonnaa abaaboo…
Ayyaanni waggaa 50ffaa hariiroo Dippiloomaasii Ityoo Chaayinaa itti eegale Shaangaayitti kabajame
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) – Ayyaanni waggaa 50ffaa hariiroo Dippiloomaasii Ityoophiyaa fi Chaayinaa itti eegale Beejiingitti Imbaasii Ityoophiyaa fi waajjira qoonsilaa waliigalaa…
Ambaasaaddar Birtuukaan qabeenya horachuu ilaalchisee ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraatti…
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) - Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Birtuukaan Ayyaanoo qabeenya horachuu ilaalchisee ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraatti…
Ministirri Fayyaa Dooktar LiyaaTaaddasaa miseensota Raayyaa Ittisaa Biyyaa Waldiyaa fi Qobbootti…
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) – Ministirri Fayyaa Dooktar LiyaaTaaddasaa miseensota Raayyaa Ittisaa Biyyaa Waldiyaa fi Qobbootti yaalamaa jiran daawwatan.
Ministirri Fayyaa…
Magaalaa Maqaleetti Juuntaan awwaalee kan ture taankariin boba’aa 13 argame
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) –Magaalaa Maqaleetti Juuntaan awwaalee kan ture taankariin boba’aa 13 argame.
Magaalaa Maqalee bakka addaa Gabri’eel jedhamee waamamutti Juuntaadhaan…