Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Damee barnootaan Qindoomninni Hooggansa Dubartootaa Biyyaalessaa hundaa’e
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) – Damee barnootaan Qindoomninni Hooggansa Dubartootaa Biyyaalessaa hundaa'e.
Itiyoophiyaatti hundeeffamni damee barnootaan qindoomninni hoggansa…
Faawundeeshiniin Qabsaa’ota Oromoo Gamoo abbaa darbii 15 Finfinneetti ijaarufi
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) – Faawundeeshiniin Qabsaa'ota Oromoo Gamoo abbaa darbii 15 Finfinneetti ijaarufi.
Fawundeeshiniin kun qabsaa'ota Oromoo kalessaafi har'aa rakkoo…
Haati warraa fi ilmi ambaasaaddar Siyyuum Masfiin yeroo 2ffaaf Mana Murtiitti dhiyaatan
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC)- Haati warraa ambaasaaddar Siyyuum Falagahiywat Barihee fi ilmi isaanii Agaazii Siyyuum yeroo 2ffaaf har’a Mana Murtiitti dhiyaataniiru.
…
Qonnaan bultootaa fi horsiisee bultoota adda duree ta’aniif beekamtiin laatamuufi jedhame
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC)- Biiroon Qonnaa fi Qabeenyaa Uumamaa naannoo Oromiyaa waggoottaan lamaan darbani as damee qonnaa ammayyeessuu fi gurmaa'insoota bu'aa fooyyee galmeessisan…
Magaalota Addigraatii fi Wuqirootti tajaajilli Elektirikaa eegale
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) - Magaalota Addigraatii fi Wuqirootti tajaajilli Elektirikaa eegaluu Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa beeksise.
Rakkoo nageenyaa naannoo Tigraayitti…
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii namoota nagaa sababa lola Tigraayiin miidhaman gargaaruuf…
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii namoota nagaa sababa lola Tigraayiin miidhaman gargaaruuf deeggarsa yeroo balaa Doolaara miiliyoona 35.6 gumaachuu…
Magaalaa Galamsootti meeshaalee waraanaa 220 fi kontroobaandii to’atame
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC)- Godina Harargee Lixaa aanaa Habroo magaalaa Galamsootti Meeshaaleen waraanaa 220 kontroobaandii to’atameera.
Meeshaaleen kontiroobaandii kunneen…
Qorannoon jalqabaa bu’aa qabeessuummaa Proojektii Baabuuraa Ityoo – Sudaan dhiyaate
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) - Qorannoon jalqabaa bu’aa qabeessummaa Proojektii Baabuuraa Ityoo - Sudaan dhaabbata gorsaa Kaanaadaa CPCS traansikoom jedhamuun dhiyaateera.
Kiloo…
Bara baajatichaatti kan raawwatamu hojiin sona duraa qorannoon qabeenya ji’ooloojii xumurame
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) –Ji’ooloojikaaliin Sarveeyii Ityoophiyaa bara baajatichaatti kan raawwatamu hojiin sona duraa qorannoon qabeenya ji’ooloojii xumure.…
Sababa haala waqtaawaan miidhaa tajaajila humna elektirikaarra qaqqabe iddoo duraatti deebisuuf…
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) - Sababa haala waqtaawaan miidhaa bu’uuraalee misoomaa tajaajila humna elektirikaarra qaqqabe iddoo duraatti deebisuuf hojjetamaa jiraachuu Tajaajilli Humna…