Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hooggantoota Juuntaa ABUT bakka isaan jiraan kan eereef Birriin miiliyoona 10 badhaasaaf qophaa’u…
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) – Hooggantoota Juuntaa ABUT bakka isaan jiraan kan eereef Birriin miiliyoona 10 badhaasaaf qophaa’u Raayyaan Ittisa Biyyaa beeksise.
Leetanaal…
Maalaawiin hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu cimsuu akka barbaaddu ibsite
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC)- Maalaawiin hariiroo dippiloomaasii Ityoophiyaa waliin qabdu cimsuu akka barbaaddu ibsiteetti.
Keeniyaatti ambaasaaddarri Maalaawii Agriinaa Muusaa…
Komishiniin poolisii federaalaa olaantummaa seeraa,nageenyaa, tasgabbii f ijaarsa dandeettiirratti…
Finfinnee,Muddee 8, 2013 (FBC) - Komishiniin poolisii federaalaa olaantummaa seeraa,nageenyaa, tasgabbii fi ijaarsa dandeettiirratti xiyyeeffannoo olaanaa laachuun ka hojjetu ta'uu…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 475 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 475 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 13 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Koreen giddugaleessaa paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee gaggeessaa jira
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) - Koreen giddugaleessaa paartii Badhaadhinaa walga'ii idilee gaggeessaa jiraachuu himame.
Korichi dhimmoota waqtaawoo fi biyyaalessaa garaagaraarratti…
Mootummaan taatee naannoo daangaa Ityoo -Sudaanitti milishaa waliin uumame itti dhiheenyan hordofaa…
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) -Mootummaan taatee naannoo daangaa Ityoo -Sudaanitti milishaa waliin uumame itti dhiheenyaan hordofaa jiraachuu Muummuun Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Nama baraaruuf nama ta’uun gahaadha- Magaalaa Bulee Horaa irraa
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) – Nama baraaruuf nama ta'uun gahaadha- Magaalaa Bulee Horaa irraa
Konkolaataan gubachaa jiru kun Muddee 07, 2013 Magaalaa Bulee Horaa handhura ishii…
Afrikaatti carraqqiin dhibee daranyoo sombaa /TB/ ittisuuf hojjetamu cimee kan itti fufu ta’uu…
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) – Afrikaatti carraqqiin dhibee daranyoo sombaa /TB/ ittisuuf hojjetamu cimee kan itti fufu ta’uu ‘IGAD’ beeksise.
Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa…
Ministiri Deettaa Ministeera Nageenyaa aadde Firee’alam Shibaabbaw Mootummoota Gamtoomanitti Jila…
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) –Ministiri Deettaa Ministeera Nageenyaa aadde Firee’alam Shibaabbaw Mootummoota Gamtoomanitti Jila Ejansii Dhimmoota Baqattootaa waliin…
Obbo Dammaqaan gita isaanii Fiinlaand waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC)- Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Fiinlaand Peekaa Haavistoo waliin…