Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy preezdaantii Faransaay Imaanu’eel Maakroon fayyummaa garii fi ariitiin akka dandamatan…
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Faransaay Imanu’eel Maakroon fayyummaa garii fi ariitiin akka dandamatan hawwaniiru.
Dooktar Abiy…
Ministeerichi tajaajila kenniinsa Ministeera Konistiraakshinii fi Misooma Magaalaa ammayaawaa…
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) – Ministeerri Konistiraakshinii fi Misooma Magaalaa tajaajila kenniinsa dameelee konistiraakshinii ammayyeessuuf hojii hojjechuu eegale akka deeggaru…
Godina Arsii Lixaa Aanaa Nageellee Arsii Gandaa Mudhii Arjootti baalli sammuu namaa hadoochuu…
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Aanaa Nageellee Arsii Gandaa Mudhii Arjootti baalli sammuu namaa hadoochuu ashiishiin kuntaalli 163 too'atame.
Gandaa Qotee…
Jilli Ministira Bishaan, Jallisii fi Inaarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan durfamu hojiilee…
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) – Jilli Ministira Bishaan, Jallisii fi Inaarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan durfamu hojiilee jallisii kilaastaraa qamadii Bonee daawwate.…
Sirni awwaalcha barreessaa fi taatoo gargaaraa proofeesaraa Tasfaayee Gassasaa raawwatame
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC)- Sirni awwaalcha barreessaa fi taatoo gargaaraa proofeesaraa Tasfaayee Gassasaa Mana amantaa Kaateedraalii Qulqulluu Silaaseetti raawwatameera.
Gargaaraan…
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa carraa sagantaa maallaqa alaa jijjiiraati badhaafamaa ifoomse
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC)- Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Sagantaa ba’iinsa carraa lootorii maammiltoota dabarsa fi jijjiirraa maallaqaa biyyoota alaa ifoomseera.
Baankichi carraa…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Dhaabbata mootummoota Gamtoomanitti bakka buutuu Ityoophiyaa Fandii Sirna…
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) – Obbo Dammaqaa Mokonnin Dhaabbata mootummoota Gamtoomanitti bakka buutuu Ityoophiyaa Fandii Sirna Ummataa Deeniyaa Gaaylee waliin Mari’atan
Itti Aanaa…
Komishiniin waloo Ityoo Raashiyaa waliigalteewwan biyyoonni lameen irra ga’an sadarkaa irra jiru…
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC)-Mootummaan Ityoophiyaa fi Raashiyaa komishinii waloo waligalteewwan biyyoonni lameen irra ga’an sadarkaan irra jiru gamaggameera.
Hoggantoonni Komishiiniin…
Magaalichatti Wiixataa eegalee barattoonni qophii duraa fi kutaa 1ffaa hanga 4ffaa jiran barnoota…
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Wiixataa dhufurraa eegalee barattoonni qophii duraa fi kutaa 1ffaa hanga 4ffaa jiran barnoota fuulaa fuullatti ni eegalu.…
Duulli aramaa Inboccii dhabamsiisuu madda aanniisaa Haroo Dambalii fi Qooqaa eegale
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC)- Duulli aramaa Inboccii dhabamsiisuu madda aaniisaa Haroo Dambalii fi Qooqaa guyyoota 30f turu har’a eegaluu ibsameera.
Duulli kun har’a ganama naannoo…