Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Malaakuu Allabal ambaasaaddara Jarmaan waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Daldalaa fi Indaastirii obbo Malaakuu Allabal Ityoophiyaatti ambaasaaddaraa Jarmaan Isteefan Awaar waliin mari’ataniiru.
Dameen…
Obbo Jawaar Mahaammadfaa dhaddachi dhiyeenyatti dhimma keenya nuuf haa ilaalu jechuun gaaffi…
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) – Obbo Jawaar Mahaammadfaa dhaddachi dhiyeenyatti dhimma keenya nuuf haa ilaalu jechuun gaaffi dhiyeessan kufaa ta’e.
Manni Murtii Federaalaa…
Yuunivarsiitiin Maqalee barattoota barsiisaa ture 3291 eebbisiise
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) - Yuunivarsiitiin Maqalee barattoota barsiisaa ture 3291 eebbisiise.
Yuunivarsiitiin Maqalee barattoota barsiisaa ture 3290 digirii Jalqabaan Barataa…
Ijaarsi Mana Barumsaa Adda Yuunivarsiitii Haramaayaa saffisaa jira
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) - Ijaarsi Mana Barumsaa Adda Yuunivarsiitii Haramaayaa saffisaa jira.
Akka Oromiyaatti Manneen barnootaa Addaa 40 qopha'aa jiran keessaa 14…
Baqattoonni Sudaanitti argaman gara biyya isaanitti akka deebi’aniif mariin gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) - Baqattoonni Sudaanitti argaman gara biyya isaanitti akka deebi’aniif mariin gaggeeffameera.
Sudaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Yibalxaal…
Juuntaan sirreeffamtoota seeraa magaalaa Maqalee keessaatti gadlakkisuun saamichi akka raawwatamuu…
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) - Juuntaan sirreeffamtoota seeraa magaalaa Maqalee keessaatti gadlakkisuun saamichi akka raawwatamuu taasisuu kaantiibaan Magaalaa Maqalee himan.…
‘Jaan Meedaa’n ayyaana Cuuphaaf qophii akka ta’u tumsa bulchiinsi magaalaa taasise Manni Amantaa…
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) - ‘Jaan Meedaa’n ayyaana Cuuphaaf qophii akka ta’u tumsa bulchiinsi magaalaa taasise Manni Amantaa Tawaahidoo Ortodoksii galata dhiyeessera.
Itti…
Miidhaa dubartootaa fi daa’iimma irra ga’uu ittisuuf tattaaffii taasiifamu keessatti qaamni hunda…
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Miidhaa dubartootaa fi daa’iimma irra ga’uu ittisuuf fi deebii laachuuf tattaaffii taasiifamu keessatti qaamni hunda ga’ee isaa ba’uu qaba jedhame.…
Duulli aramaa Inboccii dhabamsiisuu madda aanniisaa Haroo Dambalii fi Qooqaa guyyoota 30f turu boru…
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Duulli aramaa Inboccii dhabamsiisuu madda aaniisaa Haroo Dambalii fi Qooqaa guyyoota 30f turu boru kan eegalamu ta’uu ibsameera.
Duula Fulbaana…
Mariin tokkummaa, amantaa fi sabdaneessummaarratti xiyyeeffate magaalaa Hararitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Yaa’iin dhaabbilee amantaa Ityoophiyaa marii tokkummaa, amantaa fi sabdaneessummaarratti xiyyeeffate magaalaa Hararitti gaggeessaa jiru.…