Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miseensota ABO-Shanee 782 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) - Mootummaan Naannoo Oromiyaa tarkaanfii nageenya mirkaneessuufi olaantummaa seeraa kabachiisuu tibbana taasiseen humnoota badii ergama Juuntaa ABUTn…
Dooktar Liyaan Ministira Fayyaa hawaasaa Kuwaatar waliin mar’atan
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaa Ministira Ministeera Fayyaa Hawaasaa Kuwaatar waliin mari’ataniiru.
Ministiroonni…
Ijaarsa manneen barnoota sadarkaa 2ffaa 100 fi bultii addaa 7 baatii torba keessatti xumursiisuuf…
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Ijaarsaa Manneen barnoota sadarkaa 2ffaa 100 fi bultii addaa 7 baatii torba keessatti xumursiisuuf baajata mootummaa Biirrii biiliyoona 4.9n hojjetamaa…
“Ityoophiyaa keessa garee malee paartiin siyaasaa ga’umsa qabu hinjiru”- Dooktar Diimaa Nagawoo
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa keessa jijjiiramni siyaasaa akka hindhufneef sababa guddaa kan ta’e paartiileen ga’umsa qaban dhabamuu fi cimanii of ijaaruurra karaa…
Adda citee kan ture waliigalteen qabeenya kennaan dabarsuu eegalame
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Sababa jijjiirraa noottii Birriin adda citee kan ture waliigalteen qabeenya kennaan dabarsuu har’aa eegalee jalqabuu Ejansiin Galmeessaa fi Mirkaneessa…
Hoogganaan lojastikii ajaja Kaabaa Meejar jenaraal Kadiir Araarsoo mana murtiitti dhiyaatan
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) - Hoogganaan lojastikii ajaja Kaabaa Meejar jenaraal Kadiir Araarsoo mana murtii sadarkaa jalqabaa federaalaa dhaddacha ramaddii Araaddatti dhiyaataniiru.…
Dooktar Hiruut Kaasaw Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Porchugaal waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) - Ministirri Aadaa fi Tuuriizimii Dooktar Hiruut Kaasaw Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Porchugaal Heeleenaa Malkaataa waliin mari’ataniiru.…
Riifoormiin diinagdee akka biyyaatti gaggeeffamee damee Albuudaf xiyyeeffannoo guddaa kennuu himame
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) - Riifoormiin diinagdee akka biyyaatti gaggeeffamee damee Albuudaf xiyyeeffannoo guddaa kennuu Sadarkaa Itti Aanaa Preezdaantii Mootummaa Naannoo…
Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa naannoo Hararii, Sidaamaa fi Soomaaleetti laatamaa jira
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa naannoo Hararii, Sidaamaa fi Soomaaleetti har’a kennamuu eegalee jira.
Qormaanni kun naannoolee sadanitti har’aa…
Giddugalli gurgurtaa Kuduraa fi Muduraa Hayilee Gaarmant Boruu eegalee tajaajila laachuu ni jalqaba
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Gabaa Kuduraa fi Muduraa magaalaa Finfinneetti giddugalli Kuduraa fi Muduraa Hayilee Gaarmant booruu eegalee tajaajila laachuu kan jalqabu ta’uu ibsame.…