Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Barreessaa fi taatoon gargaaraan proofeesaraa Tasfaayee Gassasaa boqatan
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Barreessaa fi taatoon gargaaraan proofeesaraa Tasfaayee Gasasaa addunyaa kanarraa du’aan boqatan.
Gargaaraan proofeesaraa Tasfaayee Gassasaa kitaabotaa…
Ambaasaaddar Yibalxaal Ayimroo Sudaanitti bulchaa Gadaariif waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Sudaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa ambaasaaddar Yibalxaal Ayimroo Sudaanitti bulchaa Gadaariif Dooktar Suleeymaan Alii waliin mari’ataniiru.…
Hidha Haaromsaa irratti giddu seentummaa Gamtaa Afrikaan mariin eegalee akka jalqabuuf…
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) - Giddu seentummaa Gamtaa Afrikaan waliigalteen sadeenii hidha haaromsarratti eegalame akka itti fufuf waliigalteerra ga’amuu ibsameera.
Ministirri…
Magaalaa Finfinneetti lafti kaaree meetirri miiliyoonni 13 ol karaa seeraan alaan weerarameera-…
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee aanaalee 121 keessatti lafti kaaree Meetirri miiliyoonni 13 fi kumni dhibbi 5 fi kumni 23 ol karaa seeraan alaan weeararamuu…
Ministeerri Fayyaa Dhaabbilee lama waliin hojiirra oolmaa qajeelfama yaalii arifachiisaa irratti…
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) - Ministeerri Fayyaa Dhaabbilee lama waliin hojiirra oolmaa qajeelfama yaalii arifachiisaa irratti Sanada waliigaltee mallatteesse.
Ministeera…
Liigiin dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa dargaggoota dhalattoota naannoo Tigraay Finfinnee jiraatan…
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) - Liigiin dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa dhalattoota naannoo Tigraay waliin magaalaa Finfinneetti marii gaggeeffame.
Kaayyoon waltajichaa duula…
Af-Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faraah Ityoophiyaatti ambaasaaddara Kuwaatar…
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) - Af-Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faraah Ityoophiyaatti ambaasaaddara Kuwaatar Abdulaaziiz Sulxaan waliin mari’atan.
Marichaan…
Torbee lamaan dhufan keessatti Hurufti Boombii tajaajila duraa kan eegalu ta’uu ibsame
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) - Torbee lamaan dhufan keessatti Hurufti Boombii tajaajila duraa kan eegalu ta’uu itti aantuu kantibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee ibsan.…
Naannoo Beenishaangul Gumuuz Godina Matakkalii lammiileen qe’ee fi qabeenyaa isaanirra buqqa’aniif…
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) - Naannoo Beenishaangul Gumuuz Godina Matakkalii lammiileen qe’ee fi qabeenyaa isaanirra buqqa’aniif deeggarsi taasifamafi jiraachuun ibsame.
Godina…
Ibsa Haala Yeroo Mootummaa Naannoo Oromiyaa
Mootummaan naannoo Oromiyaa mirgaafi faayidaa ummata naannichaa kabachiisuuf boqonnaafi nuffii malee hojjechaa jira. Tarsiimoowwaniifi sagantaalee hirmaannaafi fayyadamummaa ummatichaa…