Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaanonni 90 Libaanoos irraa gara biyya isaanitti deebi’an
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa 90 Libaanoos irraa gara biyya isaanitti deebi’aniiru.
Lammiilee kanneen keessaa 10 daa’imman ta’uu Wajjiiri Dubbi Himaa…
Obbo Dammaqaan aanga’oota olaanoo Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee, 6, 2013 (FBC)- Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin aanga’oota olaanoo Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin…
Ityoophiyaan lammiilee buqqa’aan deeggaruu fi deebistee dhaabuuf qophiidha-Ambaasaaddar Diinaa…
Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan lammiilee buqqa’aan deeggaruu fi deebistee dhaabuuf qophii fi dandeettisa akka qabdu Dubbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa…
Tarsiimoo misoomaa waggaa 10niin waggaatti galii dhuunfaa giddugaleessan Doolaara kuma 2…
Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC) - Tarsiimoo misoomaa waggaa 10 Komishinii Pilaanii fi Misoomaa haaraa ilaalchisee miidiyaalee Ityoophiyaa keessatti argaman waliin mariin gaggeeffameera.…
Ga’ee waldaaleen Siiviikii ijaarsa nageenyaa keessaatti qaban ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC) - Qindeessummaa Ministeera Nageenyaan ga’ee waldaaleen Siiviikii ijaarsa nageenyaa keessaatti qaban ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jira.
Gorsaa…
Tarkaanfiin garee finxaaleyyiirratti fudhatamaa jiru haala irra deebiin dandamachuu hin dandeenyeen…
Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC) – Tarkaanfiin farreen jijjiirramaa garee juuntarratti fudhatamaa jiru haala irra deebiin dandamachuu hin dandeenyeen xumuramuu akka qabu dhalattoonni…
Magaalichatti baatii 1 keessaatti meeshaaleen waraanaa garaagaraa kumni 2 fi 700 ol to’annaa jala…
Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti baatii 1 keessaatti meeshaaleen waraanaa garaagaraa kumni 2 fi 700 ol to’annaa jala ooluu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee…
Mannii maricha walga’ii idilee 6ffaa bara hojii 6ffaa gaggeesse
Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC)- Mannii Maree Bakka Bu’oota Uummataa FDRI walga’ii idilee 6ffaa bara hojii 6ffaa gaggeesse.
Walga’ichi galma waajjira Muummee Ministiraatti…
Jilli aadde Loomii Badhootiin durfamu hojiiwwan misooma jallisii Qamadii aanaa Barraakiifi…
Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC)- Jilli Afyaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhootiin durfamu hojiiwwan misooma jallisii Qamadii godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee aanaa Barraakii…
Oromiyaatti tuurizimiin waggota shanan dhufanitti dargaggoota kuma dhibba 5f carraa hojii uumuuf…
Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC) – Oromiyaatti tuurizimiin waggota shanan dhufanitti dargaggoota kuma dhibba 5f carraa hojii uumuuf karoorfamuu Komishiniin Tuurizimii Oromiyaa beeksiseera.…