Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaant Saahilawarq sirna aangoo fudhachuu preezdaantii Giinii irratti hirmaatan
Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq sirna aangoo fudhachuu Preezdaantii Giinii Alfaa Koondee irratti hirmaatan.
Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen sirna…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu aanaa Jiddaatti facaasaa qamadii eegalchiise
Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC) – Jilli Sadarkaa itti aanaa Preezdaantii fi Qindeessaa Kilaastera Misooma Baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu, godina Shawaa Kaabaa…
Jijjiirraan nootii Birrii moofaa har’a xumurama
Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC)- Jijjiirraan nootii Birrii moofaa har’a xumurama.
Mootummaan Fulbaana 4, 2013 noottiiwwan moofa abba 10, 50 fi 100 jijjiiruu fi abba 200 haara ifoomsuun…
Jilli aadde Fiilsan Abdullaahiin durfamuu fi gareen ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa hammate…
Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Dubartoota, Daa’immanii fi Dargaggootaa aadde Fiilsan Abdullaahiin durfamuu fi gareen ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa…
Leenjiin haala mijeessitootaa tajaajila hawaasummaa tola ooltoota biyyaalessaa eegalame
Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC) – Leenjiin haala mijeessitootaa tajaajila hawaasummaa Tola Ooltoota Biyyaalessaa eegalamuu Ministeerri Nageenyaa beeksise.
Ministeerri nageenyaa…
Baatiwwan 5 keessaatti meeshaaleen kontiroobaandii tilmaama Birrii biiliyoona 1 ol qaban to’anna…
Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC)- Baatiwwan 5 keessaatti meeshaaleen kontiroobaandii galii fi baasii tilmaama Birrii biiliyoona 1 miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 56 fi kumni dhibbi 1 kumni…
Koreen Ministirootaa miseensota raayyaa ittisaa yaalarratti argaman daawwate
Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC) – Koreen Ministirootaa deeggarsa biyyaalessaa raayyaa ittisa biyyaa walitti qabu miseensota raayyaa ittisaa yaalarratti argaman daawwateera.
Koreen…
Atileet Komaandar Daraartuu Tulluu Preezdaantii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa ta’uun…
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) - Atileet Komaandar Daraartuu Tulluu Preezdaantii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa ta’uun Filatamte.
Atileet Komaandar Daraartuu Tulluu…
Adeemsi ce’umsaa naannoo Tigraayitti jalqabame naannichaatti bu’uura demookiraasiifi bulchiinsa…
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) - Adeemsi ce’umsaa naannoo Tigraayitti jalqabame naannichaatti bu’uura demookiraasiifi bulchiinsa gaarii kan kaa’u ta’uu Hojii Raawwachiisaa Olaanaa…
Manni Maree diinagdee walabaa biyyaalessaa hundaa’e
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Manni Maree diinagdee walabaa biyyaalessaa Ityoophiyaa hundaa’uu ibsame.
Mootummaan sagantaa fooyya’iinsaa milkeessuu fi guddina…