Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii projaktii bishaan dhugaatii namoota miiliyoona walakkaa…
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) - Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii projaktii bishaan dhugaatii namoota miiliyoona walakkaa fayyadamaa taasisu ijaaruuf waliigaltee mallatteesse.…
Preezdaanti Saahilawarq ministira dhimma alaa Faransaay waliin mari’ataa jiru
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ministira Ministeera Dhimma Alaa Faransaay zyoo Iiv Ladirooyoo waliin Abiijaanitti mari’ataa jiru.…
Naannoo Tigraayitti daandiin qilleensaa tajaajilaaf banaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti daandiin qilleensaa tajaajilaaf banaa ta’uu Abbaan Taayitaa Siiviil Ayiveeshinii Ityoophiyaa Beeksise.
Sababa duula olaantummaa…
Afrikaan dandeetti damee humna haaromsaa qabdu yoo itti fayyadamte fayyadamummaa humna lammiilee…
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC)- Afrikaan dandeetti damee humna haaromsaa qabdu yoo itti fayyadamte fayyadamummaa humna lammiilee ishee mirkaneessu akka dandeessu Ministirri Ministeera…
Wiirtuun Ittisaa fi Too’annoo Dhibee Afrikaa /CDC/ waajjira olaanaa ijaarsisuuf dhagaan bu’uura…
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) - Finfinneetti Wiirtuu Ittisaa fi Too’annoo Dhibee Afrikaa ijaarsisuuf dhagaan bu’uura kaa’ame
Wiirtuun Ittisaa fi Too’annoo Dhibee Afrikaa /CDC/…
Abbaan qabeenyaa Riil Isteetii Muularii fi Birgaadeer jeneraal Abrahaam mana murtiitti dhiyaatan
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Abbaan qabeenyaa Riil Isteetii Muular obbo Muluugeetaa Tasfaakiroos fi Birgaadeer jeneraal Abrahaam Mawucaan har’a Mana Murtiitti dhiyaataniiru.…
Humni ABO shanee dadhabaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Humni ABO shanee dadhabaa jiraachuu Komishiniin Poolisii Oromiyaa beeksise.
Itti anaan Komishinara Komishinii Poolisii Oromiyaa Komishinar Girmaa…
Gamoon Yuuniyeenii qonnaan bultoota Amboo eebbifame
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC)- Gamoon Yuuniyeenii qonnaan bultoota Amboo baasii Birrii miiliyoona 60 ijaarramee fi yuuniyeenichi warshaan daabboo Birrii miiliyoona 5 bitee har’a…
Federeeshiniin Atileetiksii Ityoophiyaa yaa’ii waliigalaa idilee 24ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) - Federeeshiniin Atileetiksii Ityoophiyaa yaa’ii waliigalaa idilee 24ffaa gaggeessaa jira.
Yaa’ichi gabaasa raawwii hojii bara baajataa 2012, gabaasa…
Korporeeshiniin Paarkiiwwan Industirii Oromiyaa abbootii qabeenyaa waliin mari’ata jira
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC)- Korporeeshiniin Paarkiiwwan Industirii Oromiyaa abbootii qabeenyaa waliin mari’ata jira.
Hojiileen kana dura hojjetamaan irrattii fi gara…