Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbilee daldalaa seera hin kabajne 812 eeyyamni isaanii haqame
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) –Baatiwwan shanan darbanitti dhaabbileen daldalaa seeraa hin kabajne 812 eeyyamni isaanii yoo haqamu, kumni 40 fi 823 ammoo saamsamuu Ministeerri…
Preezdaanti Saahilawarq Iyivoorii Koosti galan
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Iyivoorii Koosti galaniiru.
Preezdaanti Saahilawarqi wayita Abiijaan ga’an Muummee Ministiraa biyyattii…
Duulli olaantummaa seeraa kabachiisuu milkiin xumurame – Ambaasaaddar Dooktar Tizzitaa
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) - Mootummaan duula olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti gaggeessaa ture milkiin xumuru Hinditti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dooktar Tizzitaa…
Madda Anniisaa elektirikaa Takkazee irra miidhaa tokkoyyuu akka hin geenye ibsame
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) –Madda Anniisaa elektirikaa Takkazee irra miidhaa tokkoyyuu akka hin geenye ibsame.
Madda Anniisaa elektirikaa Takkazee irra miidhaa tokkoyyuu akka…
Garee yakkamtootaa seeratti dhiyeessuu itti fufna jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad
Dooktar Abiy har'a waaree booda naannoo Tigraay magaalaa Maqaleetti hoggansa raayyaa ittisa biyyaa fi bulchiinsa yeroo naannichaa waliin mari'ataniiru.
Tajaajilli teelekoomii fi…
Naannoo Tigiraay Godina Giddugaleessatti Juuntaadhaan dhokfamanii kan tura konkolaattota 140 ol…
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Naannoo Tigiraay Godina Giddugaleessatti Juuntaadhaan dhokfamanii kan tura konkolaattota 140 ol dabalatee fanjiiwwan argaman.
Naannoo Tigiraay…
Paartiin Badhaadhinaa naannoo Soomaalee fi Tigraay dhalattoo naannoo Tigraay Jigjigaa jiraatan…
Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa naannoo Soomaalee fi Paartiin Badhaadhinaa naannoo Tigraay dhalattoota naannoo Tigraay magaalaa Jigjigaa jiraatan waliin dhimmoota…
Hoggantoonni olaanoon bulchiinsa mootummaa naannoo Hararii biqiltuu kunuunsan
Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Hoggantoonni olaanoon bulchiinsa mootummaa naannoo Hararii biqiltuu sagantaa ashaaraa magariisaan dhaabbate kunuunsaniiru.
Itti aantuu…
Mootummaan deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayitti taasifamu cimsee kan itti fufu ta’uu ibsame
Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Mootummaan deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayitti taasifamu cimsee kan itti fufu ta’uu itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera…
Yaa’iin idilee Waldaa Dubartootaa magaalaa Finfinnee 7ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Fayyadamummaa fi hirmaannaa dubartootaa gama hundaan mirkaneessuuf tokkummaan dubrtootaa cimuu akka qabu itti aantuun kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde…