Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Matakkalitti namoonni kumni 1 ol too’annoo jala ooluun dhimmi isaanii seeraan ilaallamaa jira…
Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Naannichaatti olaantummaa seeraa mirkaneessuuf hojii hojjetameen namoonni dhuunfaan kumni 1 ol too’annoo jala ooluun dhimmi isaanii seeraan ilaallamaa…
Dooktar Abiy gita isaanii Sudaan waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad gita isaanii Sudaan Abdallaa Haamdook waliin mari’atan.
Hoggantoonni lamaan dhimmoota…
Magaalota Maqalee fi Maaycootti tajaajiili sagalee mobaayilaa eegale
Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Magaalota Maqalee fi Maaycootti tajaajiili sagalee moobaayilaa eegaluu Ityoo-Teeleekoom beeksise.
Humna filannoo biraa fayyadamuun magaalaa…
Abdallaa Haamdook Finfinnee galan
Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Sudaan Abdallaa Haamdook daawwannaa hojiif Finfinnee galan.
Abdallaa Haamdook buufata xiyyaaraa idil addunya Boolee wayita…
Bara mootummaa Dargii Muummee Ministiraa kan turan Fiqirasillaasee Wagdaras du’aan boqotaniiru
Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) –Bara mootummaa Dargii Muummee Ministiraa kan turan Fiqirasillaasee Wagdaras du’aan boqotaniiru.
Muummeen Ministiraa duraanii Shaambal…
Aadaa fi duudhaa waliin jireenyaa ummata Somaalee guddisuuf xiyyeeffanaan kennamee hojjetamaa jira
Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) –Aadaa fi duudhaa waliin jireenyaa ummata Somaalee guddisuuf xiyyeeffanaan kennamee hojjetamaa jira.
Aadaa fi duudhaa waliin jireenyaa ummata…
Kaabineen Bulchiinsa Yeroo Tigiraay guyyaa boruu irraa eegalee gara hojiitti akka galu beeksise
Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) –Kaabineen Bulchiinsa Yeroo Tigiraay guyyaa boruu irraa eegalee gara hojiitti akka galu Hojii Raawwachiiftuu Olaanaa Bulchiinsa Yeroo Tigiraay Dooktar Muluu…
Naannoo Oromiyaatti kenni tajaajila lammummaa mata duree “Biqiltuu ni kunuunsina, Aramaa ni…
Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti kenni tajaajila lammummaa mata duree “Biqiltuu ni kunuunsina, Aramaa ni Buqqifna! Jedhuun raawwatamaa jira.
Haaluma kanaan…
Sochiin Jiraattoota magaalaa Maqalee gara idileetti deebi’eera
Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) –Sochiin Jiraattoota magaalaa Maqalee gara idileetti deebi’eera.
Raayyaan Ittisa biyyaa erga maqaalicha too’atee as Sochiin Jiraattoota magaalaa…
Baatii Sadaasaa keessaa meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 68tti…
Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) – Baatii Sadaasaa keessaa meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 68tti tilmaamamuu fi maallaqni seeraan alaa too’atameera.…