Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Giddugala Atileetiksii Laga Xaafoo…
Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) –Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Giddugala Atileetiksii Laga Xaafoo Laga Daadhii Eebbisan.
Preezdaantiin Mootummaa…
Sagantaan sosochii biqiltuu haa kunuunsinu,aramaa haa buqqisnu jedhu akka Oromiyaatti magaalaa…
Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) – Sagantaan sosochii biqiltuu haa kunuunsinu,aramaa haa buqqisnu jedhu akka Oromiyaatti magaalaa Adaamaatti eegalame.
Sagantaan sosochii biqiltuu…
Yuunivarsiitiin Bulee Horaa barattoota isaa 2444 barsiisaa ture eebbisise
Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) – Yuunivarsiitiin Bulee Horaa barattoota isaa 2444 barsiisaa ture eebbisiseera.
Barattoonni kunniin bara barnootaa 2012tti kan eebbifamuu qabamanii…
Federeeshiniin Atileetiksii Ityoophiyaa gamoo hunda galeessaa abbaa darbii 12 ijaarsisuuf dhagaa…
Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) – Federeeshiniin Atileetiksii Ityoophiyaa gamoo hunda galeessaa abbaa darbii 12 ijaarsisuuf dhagaa bu’uuraa kaa’eera.
Dhagaa bu’uuraa kana…
Itti Aantuu Kantiibaa aadde Adaanach Paarkoota Indaastirii magaalichaatti argaman daawwatan
Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) –Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee Paarkoota Indaastirii magaalaa Finfinneetti argaman daawwataniiru.
Jilli…
Hojjettoonni fi Hooggansi Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaa biqiltu Ganna darbe dhaabame Guyyaa…
Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) – Hojjettoonni fi Hooggansi Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaa biqiltu Ganna darbe dhaabame Guyyaa har’aa bishaan obaasuu fi aramaa buqqisuun kunuunsaan.…
Biyya ganuu fi raayyaa ittisa biyyaa fi poolisii federaalaa ugguruun kan shakkamanirratti ajajni…
Finfinnee Muddee 2, 2013 (FBC)- Biyya ganuu fi raayyaa ittisa biyyaa fi poolisii federaalaa ugguruun kan shakkamanirratti ajajni to'annoo jala oolchuu itti ba'uu Poolisiin Federaalaa…
Seektara tuuriizimii milkeessuuf mootummaan naannoo Oromiyaa deeggarsa barbaachisu hunda ni taasisa…
Finfinnee Muddee 2, 2013 (FBC)- Seektara tuuriizimii milkeessuuf mootummaan naannoo Oromiyaa deeggarsa barbaachisu hunda ni taasisa jedhan preezdaant Shimallis Abdiisaan.
Prezdaant…
Namoonni 2,234 vaayrasii koroonaarraa yoo dandamatan, 422 irratti vaayrasichi argameera.
Finfinnee Muddee 2, 2013 (FBC)-Namoonni 2,234 vaayrasii koroonaarraa yoo dandamatan, 422 irratti vaayrasichi argameera.
Ministeerri Fayyaa FDRI akka beeksisetti…
Magaalaa Gambeellaatti mana nama dhuunfa keessaatti meeshaaleen waraanaa adda addaa 199 to’aman
Finfinnee Muddee 2, 2013 (FBC)- Magaalaa Gambeellaatti mana nama dhuunfa keessaatti meeshaaleen waraanaa adda addaa 199 to’amuun poolisiin naannichaa beeksiseera.
Sakattoo miseensoota…