Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ergaa Tumsa Tajaajila Lammummaarratti Preezdaant Shimallis Abdiisaan dabarsan
Finfinnee Muddee 2, 2013 (FBC)-Ergaa Tumsa Tajaajila Lammummaa Preezdaant Shimallis Abdiisaan dabarsan.
Ergaa guutuun akka armaan gaditti dhiyaateera.
Kabajamaa…
Qajeelchi Poolisii Bulchiinsa magaalaa Buraayyuu uffata Milishaa garee gantuu, Fanjii Farra Namaa,…
Finfinnee Muddee 2, 2013 (FBC)-Qajeelchi Poolisii Bulchiinsa magaalaa Buraayyuu uffata Milishaa garee gantuu, Fanjii Farra Namaa, Boonbii fi Noottii Birrii sobaa dabalatee ragaalee sobaa…
Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaa Gargaaraa Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Diing Lii waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC)-Chaayinaatti ambaasaaddarri FDRI Taashoomaa Toogaa Gargaaraa Ministira Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Diing Lii waliin haala waqtaawaa biyyaa fi hariiroo…
Malaamaltummaa ittisuuf dhaloota hojmaata isaarratti ejjennoon qabsaa’uu horachuun murteessadha…
Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC) - Guddina biyyaaf qormaata kan ta’ee malaamaltummaa ittisuuf dhaloota hojmaata isaarratti ejjennooon qabsaa’uu horachuun murteessaa ta’uu Komishiniin…
Baankiin Addunyaa damee qonnaaf kan oolu Ityoophiyaa dabalatee biyyoota 6f deeggarsa doolaraa…
Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC)-Boordiin daayreektaroota Baankii Addunyaa jijiirramni qabeenya qilleensaa damee qonnaa irratti sodaa ta’a jiru deeggaruu fi cimsuuf Ityoophiyaa…
Sochiin baqattoota Eertiraa idilee hin taane nageenya isaanirratti rakkina uumuu waan danda’uuf…
Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC) –Sochiin baqattoota Eertiraa idilee hin taane nageenya isaanirratti rakkina uumuu waan danda’uuf ofeeggannoo taasisuu qabu jedhame.
Sochiin…
Qorichii fi meeshaaleen yaalaa gara naannoo Tigiraayitti geeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC) –Qorichii fi meeshaaleen yaalaa gara naannoo Tigiraayitti geeffamaa jira.
Birrii miiliyoona 16 ol baasii kan itti ta’e qorichii fi meeshaaleen yaalaa…
Manni murtii obbo Lidatuu Ayyaalaw wabii Birrii Kuma 30n akka bahan ajaje
Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC) –Manni murtii obbo Lidatuu Ayyaalaw wabii Birrii Kuma 30n akka bahan ajaje.
Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa dhaddacha yakka ramaddii Bahaa obbo…
Naannoo Oromiyaatti qormaatni kutaa 8ffaa guyyoota sadan darbaniif kennamaa ture nagaadhaan xumurame
Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti qormaatni kutaa 8ffaa guyyoota sadan darbaniif kennamaa ture nagaadhaan xumurame.
Naannoo Oromiyaatti qormaatni kutaa 8ffaa…
Kutaa ciisichaa obbo Seekkooturee keessatti boombiin harkaa 2, Shugguxiin 17 fi meeshaaleen biroo…
Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC) - Shakkamuun too’annoo jala kan oole abbaan Warraa intala obbo Seekkooturee obbo Abinat Hayiluushawaa har’a dhaddachaaf dhiyaatera.
Boombiin…