Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Walga’ii Mana Maree Ministirootaa har’atiin karoorri biyyooleessaa waggaa 10 Ityoophiyaan…
Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC)- Walga’ii Mana Maree Ministirootaa har'atiin karoorri biyyooleessaa waggaa 10 Ityoophiyaan saffiisaa olaanaan akka guddattu gargaaru kaabineen ragga’u…
Humni komaandoo poolisii federalaa gareen ABUT mana amala sirreessaa ”baadoo Sidist”…
Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC)- Humni komaandoo poolisii federalaa magaalaa Maqaleetti kan argamu mana amala sirreessaa ''baadoo sidist'' keessatti sakattoo taasiseen gareen ABUT hojii…
Waltajjiin marii waloo naannoo Beenishaanguul Gumuuzii fi bulchiinsa Biluu Naayil magaalaa…
Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC) - Naannoon Beenishaanguul Gumuuzii fi bulchiinsi Biluu Naayil magaalaa Asoosaatti waltajjii marii waloo gaggeessaniiru.
Preezdaantiin…
Daandiin qilleensicha boruu irraa eegalee balallii adda cite ture gara Goondar eegaluufi
Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC)- Daandiin qilleensa Ityoophiyaa boruu irraa eegalee balallii addaan cite ture gara Goondar eegaluufi.
Daandiin qilleensicha tajaajilli balallii gara…
Konfaraansiin qorannoo jalqabaa naannoo Sumaalee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC)- Konfaraansiin qorannoo jalqabaa naannoo Sumaalee magaalaa Jigjigaatti gaggeeffamaa jira.
Yuunvarsiitii Jigjigaa fi mootummaa naannichaan kan…
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Dhaabbilee Hawaasa Siivilii biyya keessaa filannoo taajjabuu…
Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC) –Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Dhaabbilee Hawaasa Siivilii biyya keessaa filannoo taajjabuu barbaadaniif waamicha dhiyeesse.
Boordiin Filannoo…
Naannoo Tigraayitti nageenya lammiilee nagaa eegsisuu fi deeggarsa namoomaa dhiyeessuuf murannoon…
Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC) - Mootummaan Federaalaa naannoo Tigraayitti nageenya lammiilee nagaa eegsisuu fi deeggarsa namoomaa dhiyeessuuf murannoon hojjechaa jiraachuu Waajjirri…
Aanaa Kuyyuu magaalaa Garba Gurraachaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa too’atame
Finifnnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) - Godina Shawaa Kaabaa aanaa Kuyyuu magaalaa Garba Gurraachaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa too’atamuu ibsame.
Sakatta’iinsa tasaa…
Godina Goojjam Bahaa aanaa Goonchaa Siisoo Inaaseetti balaa konkolaataa muudateen lubbuu namoota 6…
Finifnnee, Muddee 2, 2013 (FBC) - Naannoo Amaaraa godina Goojjama Bahaa aanaa Goonchaa Siisoo Inaaseetti balaa Konkolaataa qaqqabeen lubbuun namoota 6 darbuu himame.
Konkolaataan ummataa…
Ityoophiyaan tokkoomtet, juuntichi kophaatti hafe- Jeneraal Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) –Juuntichi gochaa sukkanneessaa garajabummaa akkanaa raawwataan hin tilmaamne turre jedhan eetaamaajoorri waliigalaa raayyaa ittisa biyyaa…