Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waggootan shanan dhufan keessatti Oromiyaa hawwattuu turizimii filatamtuu gochuuf hojjanna:…
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) –Hojjettootni Komishinii Turizimii Oromiyaa qabeenyaawwanii turizimii misoomsuuf sochii mootummaan gochaa jiru humna guutuun deeggaruuf kutachuu himan.…
Ityoophiyaan talaallii Covid – 19 argachuuf gaaffii dhiyeessite
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan dhaabbata deeggarsa laataa talaallii idila addunyaa Koovaaksii jedhamurraa talaallii Covid –19 argachuuf gaaffii dhiyeessite.…
Dooktar Addisaalem Baalleemaa mana murtiitti dhiyaatan
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Hogganaa olaanaa garee finxaaleyyii ABUT kan turan Dooktar Addisaalem Baalleemaa Mana Murtiitti dhiyaatan.
Dooktar Addisaalem garee…
MM FDRI Dooktar Abiy daawwannaa hojii guyyoota lamaaf keeniyaatti taasisaa turan xumuruun Finfinnee…
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) –Jilli Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin durfama daawwannaa hojii guyyoota lamaaf keeniyaatti taasisaa ture xumuruun har’a waaree…
Haatii warraa fi ilmii ambaasaaddar Siyyuum Masfiin Mana Murtiitti dhiyaatan
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC)-Kaleessaa to’annaa jala kan oolan haati warraa Ambaasaaddar Siyyuum Masfiinii fi ilmii isaanii Mana Murtiitti dhiyaataniiru.
Haati warraa ambaasaaddaricha…
Lakkoofsi yaallamtoota wallaansa cimaa dhibee Covid- 19 saffisa olaanaan dabalaa dhufee jira –…
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Lakkoofsi yaallamtoota wallaansa cimaa dhibee Covid- 19 saffisa olaanaan dabaluun humna simannaa dhaabbilee fayyaa ol ta’uu Ministirri Ministeera…
Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan hariiroo Paarlaamaa cimsuu akka qaban ibsame
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan hariiroo Paarlaamaa cimsuu akka qaban ibsame.
Aljeeriyaatti ergamaan addaa fi ambaasaaddara guutuun Ityoophiyaa…
Ityoophiyaan industirii huccuu deeggaruuf dhaabbilee idil addunyaa waliin walii galtee…
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan industirii huccuu deeggaruuf dhaabbilee idil addunyaa waliin walii galtee mallatteessu ishee Ministeerri Daldalaa fi Industirii beeksise.…
Koreen dhaabbichaa rifoormii alaa fi keessaa Ministeerri Qonnaa hojjechaa jiru daawwateera
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti miseensonni Koree Dhaabbii Dhimmoota Eegumsa Naannoo, Horsiise Bulaa fi Qonnaa rifoormii alaa fi keessaa Ministeerri…
Hoggansi raayyaa ittisaa garee badii juuntaa TPLFn Onkololeessa 24,2013 affeerraa irbaataaf…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) - Hoggansi raayyaa ittisaa garee badii juuntaa TPLFn Onkololeessa 24,2013 affeerraa irbaataaf waamamuun ukkaamfaman kan gadi lakkisiifaman.…