Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaant Saahilawarq Zawdee waltajjii boordii ‘Smart Afrikaa’ irratti hirmaatan
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee waltajjii boordii walitti qabaa ‘Smaart Afrikaa’ preezdaantii Ruwaandaa Pool Kaagaameen durfamu irratti…
Abbootiin gadaa Igguu Aabbuu deeggartoonnii fi ergamtoonni ABO shanee dhimmoota hawaasummaa…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) – Jiraattoonni godina Shawaa Kaabaa aanaalee Dagamii fi Warra Jaarsoo gochaa garee finxaaleyyii balaaleffataniiru.
Dhimma kanaa walqabatee abbootiin…
Guyyaan sabaa fi sablammootaa 15ffaan galma Tiyaatira Biyyaalessaatti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) – Ministeerri Aadaa fi Tuurizimii fi dhaabbileen waamamtootaaa guyyaa sabaa fi sablammootaa 15ffaa galma Tiyaatira Biyyaalessaatti kabajan.…
Yakka biyya ganuu fi sarbama mirga namoomaan kan shakkaman warreen hoggantoota komishinii Poolisii…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) – Yakka biyya ganuu fi sarbama mirga namoomaan kan shakkaman hoggantoota komishinii Poolisii Finfinnee kanneen turan irratti ajajni qabamu ba’uu Komishiniin…
Jaarsoliin biyyaa magaalaa Maqalee tokkuumaa fi misooma biyyaaf waloon dhaabbachuun akka barbaachisu…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) – Jaarsoliin biyyaa magaalaa Maqalee tokkuumaa fi misooma biyyaaf waloon dhaabbachuun akka barbaachisu dhaamaniiru.
Bulchinsi yeroo naannoo…
Magaalaa Roobeetti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyaan Birrii miiliyoona 2 olitti tilmaamu manca’e
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Roobeetti balaa ibiddaa tasa qaqqabeen sheediin waldaalee qabeenya Birrii miiliyoona 2.2 tti tilmaamu mancaseera.
Balichi sheediin…
Bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay jiraattoota magaalaa garaagaraa waliin mari’ate
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC)-Bulchiinsi naannoo Tigraay jiraattoota magaalaa Zaalaambassaa, Wiqroo, Addigaaraatii fi Idaagaa Hamuus waliin haala waqtaawaa biyyaarratti mari’ateera.…
Inistitiyuutiin Qorannoo Qonnaa Oromiyaa fi Inistitiyuutiin Saayinsii Ikooloojii Appilaayidii…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) – Inistitiyuutiin Qorannoo Qonnaa Oromiyaa fi Inistitiyuutiin Saayinsii Ikooloojii Appilaayidii Chaayinaa damee qorannoo qonnaarratt waliin hojjechuuf…
Bulchiinsa magaalaa Hoolataatti miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa kenna tajaajila lammummaan namoota…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Hoolataatti miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa kenna tajaajila lammummaan namoota dadhaboo Ganda Tulluu Harbuuf oomisha isaanii duulaan…
Magaalaa Finfinneetti namni dhuunfaan maallaqa noottii sobaa qabatee argame too’atame
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namni dhuunfaan maallaqa noottii sobaa qabatee argame too’atamuu Komishiniin Poolisii federaalaa beeksise.…