Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 595 irratti vaayrasiin koroonaan qabaman
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC) –Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 595 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu, lubbuun namoota 9 darbeera.
Sa’aa 24 darbeetin qorannaan…
Ityoophiyaan hanga bara 2017tti lammiilee ishee hundaaf humna elektirikaa dhiyeessuuf hojjechaa…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan hanga bara 2017tti lammiilee ishee hundaaf humna elektirikaa dhiyeessuuf hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi…
Magaalaa Shashamanneetti uffataaleen gosti garaagaraa fi kopheewwan adda addaa mana jireenyaa nama…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC) – Qajeelchi poolisii bulchiinsa magaalaa Shaashamannee uffataalee gosa garagaraa fi kopheewwan adda addaa mana jireenya nama dhuunfaa keessatti too’achuu…
Koreen hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idileessaa boru gaggeessuu ni eegala
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC) – Koreen hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idileessaa boru gaggeessuu kan eegalu ta’uu ibsame.
Korichi walga’ii idileessaa…
Korichi komiin tajaajila kenniinsa elektirikaarratti ka’u furamuu akka qabu yaadachiise
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC) – Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti koreen dhaabbii dhimmota qabeenya uumamaa, Jallisii fi Iinarjii komiin ummanni tajaajila kenniinsa…
Hooggansii fi miseensoonni nageenya yakka ittisaanii fi olaantummaa seeraa kabachiisu komishinii…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC)- Hooggansii fi miseensoonni ittisa yakkaa fi olaantummaa seeraa kabachiisuu komishinii poolisii federaalaa Ityoophiyaa dhiiga arjoomaniiru.
Komishinii…
Boordiin sakattoo deeggarsa yaalaa Hospitaala Izzii Lixaatti miseensoota Raayyaa Ittisa Biyyaaf…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC) –Boordiin sakattoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa deeggarsa yaalaa Hospitaala Izzii Lixaatti miseensoota Raayyaa Ittisa Biyyaaf taasiifamu…
Carraa hirmaannaa walqixaa fi fayyadammummaa qaama miidhamtootaa mirkaneessuuf seerri waliigalaa…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC)- Carraa hirmaannaa walqixaa fi fayyadammummaa qaama miidhamtootaa mirkaneessuuf seerri waliigalaa qophaa’aa jiraachuu Ministirri Ministeera Dhimma…
Sirni baniinsa agarsiisa guyyaa sabaa fi sablammootaa magaalaa Finfinnee Istaadiyeemii Abbabaa…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC) – Guyyaa sabaa fi sablammootaa 15ffaa sababeeffachuun sirni baniinsa agarsiisaa sabaa fi sablammootaa magaalaa Finfinnee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti…
Ityoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee deeggarsaa fi liqaa doolaraa miiliyoona dhibba 5 fi…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC)- Ityoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee deeggarsaa fi liqaa doolaraa Ameerikaa miiliyoona dhibba 5 fi miiliyoona 12.5 walii mallateessaniiru.…