Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gambeellaatti proojektiin biishaan dhugaatii baasi Birrii miiliyoona 18 oliin ijaarame ebbiffame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC)- Naannoo Gambeellaa magaalaa Puunywiidootti proojektiin biishaan dhugaatii baasi Birrii miiliyoona 18 oliin ijaaraame eebbifamuun tajaajilaaf banaa…
Gareen ABUT Sudaan Kibbaa akka hin tasgabboofne hojjetaa ture – Jamsi Piittaa Moorgaan
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC) – Gareen ABUT Sudaan Kibbaa akka hin tasgabboofne hojjetaa turuu Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Sudaan Kibbaa Jamsi Piittaa Moorgaan ibsan.…
Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen dhaabbata mootummoota gamtoomanitti qindeessaa dhimmoota…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti ergamaan dhaabbii Ityoophiyaa ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti qindeessaa…
Komaandoon addaa fi gareen qorattoota yakkaa Komishinii Poolisii Federaalaa magaalaa Maqalee galeera
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC) -Komaandoon addaa fi gareen qorattoota yakkaa Komishinii Poolisii Federaalaa kaleessa magaalaa Maqalee galuu ibsameera.
Gareen kun Raayyaa Ittisa…
Ambaasaaddar Naasisee Caalii haala waqtaawaa biyyaarraarratti Kanaadaatti itti aantuu Ministiraa…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC)- Kanaadaatti amasaaddarri Ityoophiyaa Naasisee Caaliihaala waqtaawaa biyyaarratti Kanaadaatti itti aantuu Ministiraa Dhimmoota idil addunyaa Sahaaraa gadii…
Guyyaan sabaa fi sablammootaa 15ffaan akka Oromiyaatti magaalaa Finfinneetti kabajameera
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC) - Ayyaanni guyyaa saboota, sablammootaa fi uummattoota Ityoophiyaa 15ffaan sadarkaa naannoo Oromiyaatti magaalaa Finfinneetti kabajameera.…
Finfinneetti qormaanni naannoo kutaa 8ffaa kennamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC)- Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa bulchiinsa magaalaa Finfinneetti har’a kennamaa jira.
Magaalichatti qormaanni kun har’aa fi boruu laatama.
Barattoonni…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idilee gaggeesse
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC) -Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idile 5ffaa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa galma Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeesse.
Manni…
Magaalaan Maqalee hanga takka gara sochii idileetti deebi’aa jirti
Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) –Magaalaan Maqalee guyyoota muraasa dura raayya ittisa biyyaa jala kan olte sochiin namoota hanga takka eegaleera.
Gareen gaazexeesitoota…
Magaalaa Maqaleetti raayyaan ittisa biyyaa kan hin beekne diippoon meeshaa waraanaa itti kuufamu…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) –Magaalaa Maqaleetti raayyaan ittisa biyyaa kan hin beekne diippoo meeshaan waraanaa itti kuufame argame.
Duula addaan Ajajaan Reejimantii 3ffaa…