Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaant Saahilawarq Jibuuttiiti bu’uuraalee misoomaa Loojastiksii daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Jibuuttiiti bu’uuraalee misoomaa Loojastiksii daawwataniiru.
Diinagdee Ityoophiyaaf murteessaa kan ta’e…
Tajaajilli loojistiiksii qindaa’aa dhiyaachuun injiffannoo raayyaa ittisa biyyaaf ga’ee olaanaa ture…
Tajaajilli loojistiiksii qindaa’aa dhiyaachuun injiffannoo raayyaa ittisa biyyaaf ga’ee olaanaa ture – Meejar Jenaraal Abduraahmaan Ismaa’eel
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC)…
Hariiroo cimaa Ityoophiyaa fi Jibuutii gama dhiigaan, aadaa, amantaa fi afaaniin jiru waliiti…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Mana Maree Biyyaleessa Jibuutiitti argamuun haasawa taasiisaniiru.
Mana marichaatti keessummaa kabajaa ta’uun…
Ityoophiyaatti meeshaan yaalaa carallaa /radio therapy/ eebbifamuun tajaajila laachuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) –Ityoophiyaatti meeshaan yaalaa carallaa /radio therapy/ eebbifamuun tajaajila laachuu eegale.
Hospitaalli Ispeeshaalizdii Xiqur Anbassaa kanaan…
Sirna bulchiinsa ragaa barnootaa fooyyeessuuf hojjetamaa jiraachuu himame
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Sirna bulchiinsa ragaa barnootaa fooyyeessuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Sirna bulchiinsa ragaa barnootaa fooyyeessuuf…
Ityoophiyaannoonni 295 Sawuud Arabiyaa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC)- Lammileen Ityoophiyaa 295 Sawuud Arabiyaati gara biyyaa deebi’uu Ministeerrii Dhimma Alaa beeksise.
Lammiileen kunneen gara biyyaa akka deebi’aniif…
Paartiin Badhaadhinaa paartii walqixummaa sabaa fi sablammootaa mirkanneessu malee paartii…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) –Paartiin Badhaadhinaa paartii walqixummaa sabaa fi sablammootaa mirkanneessu malee paartii dhaadheessaa sirna abbaa irree miti jedhan Muummeen Ministiraa…
Mootummaan haala jiru xinxaaluun karaa nagaa fi tasgabbii buusuun danda’amurratti xiyyeeffannoon…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaaffiilee miseensoota mana mare bakka bu’oota ummataaraa ka’aniif deebii laataniiru.
Muummeen Ministiraa…
Jiraattoonni magaalaa Baabbilee fi Mattuu raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen gammachuu itti…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC)- Jiraattoonni Godina Harargee Bahaa magaalaa Baabbilee fi godina Iluu Abbaa Boor magaalaa Mattuu raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen gammachuu itti…
Waldaan Aksiyoona Riil Isteetii fi konistiraakshinii Sabboonaa sangoota 100 gatii Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Waldaan Aksiyoona Riil Isteetii fi konistiraakshinii Sabboonaa sangoota 100 gatii Birrii miiliyoona 4.2 qabanii fi Hoolaa fi re’ee 150 raayyaa ittisa…