Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Oromiyaattii barnoonni eegaleera
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Barnoonni bara kana addaan cite turee har’a eegaluu Biiroon Barnoota naannoo Oromiyaa beeksise.
Naannichatti oolmaa daa’immaniitiin…
Ayyaanni sabaa fi sablammoota 15ffaan naannoo Harariitti kabajameera
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC)- Ayyaanni sabaa fi sablammoota ummattoota Ityoophiyaa bara kana yeroo 15ffaan naannoo Harariitti kabajameera.
Ayyaanichi mata duree “ tokkumaa…
Mootummaan FDRI ambaasaaddara Sudaan Kibbaa Finfinneetti argamu gara biyya isaanitti gaggeessan kan…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) –Mootummaan FDRI ambaasaaddara Sudaan Kibbaa Finfinneetti argamu gara biyya isaanitti gaggeessan kan jedhu odeeffannoo sobaa ta’uu Qulqulleessaa Ragaa…
Naannoo Gambeellaatti namoota meeshaa waraanaa seeraan alaa qabatanii miliquuf yaalanirratti…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Naannoo Gambeellaatti namoota meeshaa waraanaa seeraan alaa qabatanii miliquuf yaalanirratti tarkaanfiin fudhatame.
Naannoo Gambeellaatti namoota…
Abjuun biyya diiguu Juuntaan ABUT yaade ture fashalaa’e – Tajaajila Nageenya Odeeffannoo…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) –Abjuun biyya diiguu Juuntaan ABUT yaade ture fashalaa’uu Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa beeksiseera.
Tajaajillii Nageenyaa Odeeffannoo…
Ajajaan Adda Raayyaa leetinaal Jenaraal Baacaa Dabalee garee badii ABUTtin qabeenyi isaanii kan…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Ajajaan Adda Raayyaa leetinaal Jenaraal Baacaa Dabalee garee badii ABUTtin qabeenyi isaanii kan saamamaee fi buqqa’anii bakkee gara garaatti kan argaman…
Magaalaa Humaraatti maallaqni seeraan ala socho’aa ture to’atame
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Magaalaa Humaraatti namoonni maallaqa seeraan ala korojoo lamaa guutuu qabatanii socho’aa turan to’ataman.
Namoonni kunneen Baajaajiin…
Magaalaa Finfinneetti manneen barnoota maqaa magaaloota Goodee fi Asoosaan moggaafaman
Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti manneen barnoota maqaa naannoo Sumaalee magaalaa Goodee fi Beenishaanguul Gumuuz magaalaa Asoosaatin moggaafamaniiru.
Maqichi…
Jibuutiin nageenyaa fi tokkummaa Ityoophiyaaf deeggarsa ni taasifti- preezdaant Ismaa’eel Omaar…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)-Guyyaa har’a daawwannaa hojiif Jibuutii kan gala preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee preezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Omaar Gillee waliin mari’ataniiru.…
Tokkummaan sabdaneessaa yoomiyyuu ni injifata-Paartii Badhaadhinaa
Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Waggoottan lamaan darbanitti gaaffii demookaraasii dhugaa uummata deebisuu fi sirna mootummaa ifoome ijaaruuf jijjiirrama waarawaa fiduuf Ityoophiyaaf…