Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Somaleetti Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa” gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Naannoo Somaleetti Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa” gaggeeffame.
Naannoo Somaleetti Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf…
Sagantaan ‘Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa’ magaalaa Finfinneetti gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Sagantaan ‘Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa’ magaalaa Finfinneetti gaggeeffame.
Saganticharratti jirattoonni magaalaa Finfinnee kutaa…
Naannoo Kibbaatti Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf na dhaabbadhaa” gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Naannoo Kibbaatti Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf na dhaabbadhaa” gaggeeffame.
Saganticharratti Itti Aanaa Preezdaantii Mootummaa Naannoo Kibbaa…
Garee humnoota badii Raayyaa Ittisa biyyaa irratti haleellaa Raawwatan ni balleesina- obbo Shimallis…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa garee humnoota badii Raayyaa Ittisa biyyaa irratti haleellaa Raawwatan ni balleesina…
Dhaabbileen faayinaansii ABUT 34 ugguramuu Abbaan Alangaa Waliigalaa FDRI beekise
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Dhaabbileen faayinaansii ABUT 34 ugguramuu Abbaan Alangaa Waliigalaa FDRI beekise.
Abbaan Alangaa Waliigalaa FDRI dhaabbileen faayinaansii…
Sagantaan ‘Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa’ waajjira muummee ministiraatti gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Sagantaan ‘Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa’ waajjira muummee ministiraatti gaggeeffameera.
Saganticharratti Preezdaant Saahilawarq Zaawdee,…
Sagantaan ‘Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa’ gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Sagantaan ‘Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa’ har’a bakka garaagaraatti gaggeeffameera.
Sagantichi guyyaa keessaa sa’aatii 5:30 irratti…
Aarsaan raayyaa ittisa biyyaa tokkummaa Ityoophiyaaf waan ta’eef kabaja raayyaa ittisa biyyaaf nan…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa duraanii obbo Haayilamaariyaam Dassaaleny ummanni deeggarsaa fi kabaja raayyaa ittisa biyyaaf taasisaa jirutti makamaniiru.…
Naannoon Hararii deeggrasa Raayyaa ittisa Biyyaaf taasisu ilaalchisuun kutaalee hawaasaa gara garaa…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Naannoon Hararii deeggrasa Raayyaa ittisa Biyyaaf taasisu ilaalchisuun kutaalee hawaasaa gara garaa waliin mari’achaa jira.
Mootummaan Naannoo…
Jiraattoonni naannoo Oromiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasisuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Jiraattoonni naannoo Oromiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasisuu mootummaan naannicha ibseera.
Jiraattoonni…