Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Harariitti sagantaan “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa” gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Naannoo Harariitti sagantaan "kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa" sirnoota garagaraa gaggeeffameera.
Sagantaacharratti preezdaantiin naannoo…
Imbaasiin Jarman hoospitaala waliigaala ispeeshaalaayizdii humnoota waraanaaf meeshaalee yaala…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Imbaasiin Jarman hoospitaala waliigaala ispeeshaalaayizdii humnoota waraanaaf meeshaalee yaala Yuuroo miiliyoona 1 olitti tilmaamaan deeggarsa taasiseera.…
Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadha” jedhu dhaabbilee waajjira ministeeraa fi…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadha” jedhu dhaabbilee waajjira ministeeraa fi federaalaa gara garaatti gaggeeffame.
…
Naannoo Afaaritti Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa” gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Naannoo Afaaritti Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa” gaggeeffame.
Naannoo Afaritti Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf…
Sagantaan ‘Kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa’ magaalaa Naqamteetti gaggeeffameera
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Sagantaan ‘Kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa’ magaalaa Naqamteetti gaggeeffameera.
Saganticharratti jiraattoonni magaalichaa,…
Kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhaabbachuun kabaja ofiiti- Umood Ujuluu
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhaabbachuun kabaja ofiitiif dhaabbachuutti lakka’amu akka qabu Preezdaantiin naannoo Gambeellaa Umood Ujuluu ibsaniiru.…
Sagantaan ‘Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa’ Beenishaangul Gumuuzitti gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Sagantaan ‘Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa’ naannoo Beenishaangul Gumuuzitti sirnoota garagaraan gaggeeffameera.
Saganticharratti…
Sagantaan ‘Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa’ magaalaa Dirree Dawaatti gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Sagantaan ‘Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa’ magaalaa Dirree Dawaatti gaggeeffameera.
Saganticharratti abbootii gadaa fi jaarsoolii biyyaa…
Miseensoonni fi hojjattoonni manneen maree bakka bu’oota uummataa fi federeeshinii deeggarsa raayyaa…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Miseensoonni fi hojjattoonni manneen maree bakka bu’oota uummataa fi federeeshinii deeggarsa raayyaa ittisa biyyaaf qaban ibsaniiru.
Miseensoonni fi…
Naannoo Amaaraatti Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa” gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Naannoo Amaaraatti Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa” gaggeeffame.
Naannoo Amaaraatti Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan…