Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sakattoo guyyoota darban gaggeeffameen meeshaaleen waraanaa hedduun too’ataman
Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) – Sakattoo guyyoota darban gaggeeffameen shugguxoota kuma 1 dabalatee Boombiiin, Fanjiin, Manatsirri dirree waraanaa fi meeshaaleen waraanaa garaagaraa…
Dhaabbilee miidiyaa idil addunyaa Ityoophiyaatti argamaniif dhimmoota waqtaawaa irratti ibsi…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC)- Dhaabbilee miidiyaa idil addunyaa Ityoophiyaatti argamaniif dhimmoota waqtaawaa irratti ibsi laatamaa jira.
Ibsicha laachaa kan jiran Dubbii…
Injinaar Habtaamuun daayreektara Baankii Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC)-Daayreekatarri olaanaa Abbaa Taayitaa Daandiiwwan Ityoophiyaa Injiinar Habtaamuu Taganyii daayreektara Baankii Addunyaa Osmaan Diiyoon waliin mari’ataniiru.…
Barattoota kuma 1 fi 760 deeggarsi meeshaalee barnootaa taasiifame
Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) – Biiroon Dhimma Dubartoota, Daa’immanii fi Dargaggoota Oromiyaa magaalaa Bishaan Gurraachaatti barattoota kuma 1 di 760f deeggarsa meeshaalee barnootaa…
Wallagga Lixaatti ABO shanee 36 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC)- Godina Wallagga Lixaatti ABO shanee 36 irratti tarkaanfiin fudhatamu Mootummaan naannoo Oromiyaa ibseera.
Kanneen tarkaanfiin irratti fudhatameen alattii…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Preezdaantii Yuugaandaa Yuuwerii Museeviinii waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC0- Obbo Dammaqaa Mokonnin Preezdaantii Yuugaandaa Yuuwerii Museeviinii waliin mari’atan.
Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa…
Maatii fi daa’imman miseensoota raayyaa ittisa biyyaa Izzii Kaabaatti miidhaan irra qaqqabeef…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee maatii fi daa’imman miseensoota raayyaa ittisa biyyaa Izzii Kaabaatti miidhaan irra qaqqabeef deeggarsa barnootaa fi…
Jilli obbo Dammaqaa Makkoonniin durfamu biyyoota Baha Afrikaatti daawwannaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) – Jilli itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministeera Dhimmaa Alaa obbo Dammaqaa Makkoonniin durfamu biyyoota Baha Afrikaatti daawwannaa gaggeessaa jiraachuu…
Preezdaantiin Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjooman
Finfinnee Sadaasa 7, 2013 (FBC) - Preezdaantiin Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjooman.
Preezdaantiin Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw dabalatee…
Xomborri tokkummaa Sabdaneessaa Dirree Dawaa gale
Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC0- Xomborri tokkummaa Sabdaneessaa ayyaana sabaa fi sablammoota ummattoota Ityoophiyaa magaalaa Dirree Dawaa galeera.
Naannoo Hararii kan ture xomborri kun…