Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Torbeen Indastiraylaayzeeshinii Afrikaa kabajamaa jira
Finfinnee Sadaasa 7, 2013 (FBC) - Torbeen Indastiraylaayzeeshinii Afrikaa kabajamaa jira.
Torbeen Indastiraylaayzeeshinii Afrikaa mata duree “Indastiraylaayzeeshinii hunda galeessaa fi…
Finfinneetti lammilee kuma 6 ol daandiirra jiraatan deebisaanii dhaabuuf hojjatamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC)- Biiroon Dhimma Hojjataa fi Hawaasummaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee lammiilee daandiirra jiraatan kuma 6 ol deebisanii dhaabuuf hojjachaa jiraachuu ibse.…
Naannoo hospiitaala Zaawdituutti balaan ibiddaa qaqqabe
Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinnee naannoo hospitaala Zaawdituutti balaan ibiddaa qaqqabeera.
Balichi daandii Shaaraatani gara ambaasaaddar geessutti addabaabaayii…
Nagaa kabachiiftoonni Abiyyeetti bobba’an haala yeroo irratti mari’atan
Finfinnee Sadaasa 7, 2013 (FBC) - Nagaa kabachiiftoonni Abiyyeetti bobba’an haala yeroo irratti mari’atan.
Hoggantoonni fi miseensoonni naagaa kabachiiftootaai Motaraaydii 23ffaa Sudaan…
Ogeeyyiin yaala fayyaa 48 tarkaanfii naannoo Tigraayitti olaantummaa seeraa kabachiisuuf fudhatamaa…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) - Ogeeyyiin yaala fayyaa 48 dhaabbilee fayyaa magaalaa Finfinnee keessa walitti babba’an tarkaanfii naannoo Tigraayitti olaantummaa seeraa kabachiisuuf…
Odeeffannoon aanga’oonni Ityoophiyaa Ugaandaatti ABUT waliin mari’achuuf jechuun tatamsa’aa jiru…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) - Odeeffannoon aanga’oonni Ityoophiyaa Ugaandaatti ABUT waliin jaarsuummaa ta’uuf jechuun miidiyaalee garaagaraan tatamsa’aa jiru soba ta’uu koreen…
Oromiyaatti baniinsi manneen barnootaa yeroo hin murtoofnef dheereffame
Finfinnee, Sadaasa 6, 2013 (FBC) - Oromiyaatti baniinsi manneen barnootaa yeroo hin murtoofnef dheereffame.
Biiroon Barnootaa Oromiyaa "COVID-19" booda manneen barnootaa Sadaasa 7, 2013…
Warshaan Sukkaaraa Walqaayit xiyyaaran tumameen ololli haasa’ame soba jedhe Koorporeeshiniin…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2013 (FBC) - Warshaan Sukkaaraa Walqaayit xiyyaaran tumameen ololli haasa'ame soba jedhe Koorporeeshiniin Sukkaaraa.
Dooktar Dabratsiyoon G/mikaa'eel ibsi akka waan…
Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetin Ityoophiyatti namoonni 399 vaayrasii koroonaatin yoo…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2013 (FBC) Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin Ityoophiyatti namoonni 399 vaayrasii koroonaatin yoo qabaman, 4 lubbuun isaanii darbeera.
Gabaasa Ministeerri Fayyaa…
Mootummaan Turki duula olaantummaa seeraa mootummaan Ityoophiyaa naannoo Tigiraayitti gaggeessa jiru…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2013 (FBC) - Mootummaan Turki duula olaantummaa seeraa mootummaan Ityoophiyaa naannoo Tigiraayitti gaggeessa jiru akka gargaaru Ministirri Dhimmaa Alaa biyyatti…