Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoon Oromiyaa muxannoo qabeenya Tuuriizimii beeksisuun qabu naannolee biroof qooduu qaba –…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) –Ministirri Ministeera Tuuriizimii Salaamaawiit Kaasaan Komishinara Komishinii Tuuriizimii Oromiyaa Aadde Leellisee Dhugaa waliin mari'ataniiru.
Damee…
Namoonni dhuunfaan Buddeena Xaafii wantoota farra fayyaa namaa ta’an waliin makuun gabaaf…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) –Magaalaa Hawaasatti namoonni dhuunfaan Buddeena Xaafii wantoota farra fayyaa namaa ta'an waliin makuun gabaaf dhiyeessaa turan 84 to'atamuu Qajeelchi…
Itiyoophiyaa fi Ameerikaan marii tumsa gamhedduu cimsuurratti xiyyeeffate mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) –Itiyoophiyaa fi Ameerikaan damee diingadee dabalatee marii tumsa gamhedduu cimsuurratti xiyyeeffate mari'ataniiru.
Ministir Deetaan Ministira…
Garee Faannoo duula tokkummaa jechuun of moggaasee naannoo Amaaraatti yaalii haleellaa raawwachuuf…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Garee Faannoo duula tokkummaa jechuun of moggaasee naannoo Amaaraatti yaalii haleellaa raawwachuuf socho'aa turerratti tarkaanfiin fudhatamuu Raayyaan…
Feestivaalichi hariiroo naannawaa cimsuuf gumaacha olaanaa qaba jedhame
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Feestivaalli Aadaa fi Aartii Baha Afrikaa hariiroo naannawaa cimsuuf gumaacha olaanaa qabaachuu Ministiroonni Aadaa fi Ispoortii biyyoota Afrikaa Bahaa…
Shakkamtoonni uffata dambii fakkaatu uffachuun ummata dogogorsaa turan to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Shakkamtoonni uffata dambii Abbaa Taayitaa Kabachiisa Dambii Magaalaa Finfiinnee fakkaatu uffachuun ummata dogogorsaa turan to’atamuu Poolisiin…
Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii dhaabbilee biyya keessaa shan waliin waliigaltee…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa dhaabbilee biyya keessaa shan waliin waliigaltee mallatteesseera.
Korporeeshinichi…
Bidiruuwwan ammayyaa 2 buufata Jibuutiirraa fe’amuun gara biyya keessatti geejjibsiifamaa jiru
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Bidiruuwwan ammayyaa 2 Tajaajila Geejjiba Galaanarraafi Liijistiksiin bitaman buufata Jibuutiirraa gara biyya keessatti geejjibsiifamaa jiraachuun…
Tiraakteroonni qonnaa mootummaan Federaalaa naannoo Tigraayiif erge godinaaleef raabsaman
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Naannoo Tigraayitti hojiin qonna ammayyeessuu fi oomishtummaa guddisuu cimee kan itti fufu ta’uu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Bulchiinsa Yeroo…
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf biqiltoonni Biiliyoonni 4.7 qophaa’aniiru-Dooktar Girmaa…
Finfinnee, Bitootesa 12, 2017(FMC) - Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara 2017’f hanga ammaatti biqiltoonni biiliyoonni 4.7 qophaa’uu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amantee ibsan.…