Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Rakkoo qulqullina Barnootaa mudate furuuf mootummaan bu’uura boruurratti hojjetaa jira
Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Rakkoo qulqullina Barnootaa mudate furuuf mootummaan bu'uura boruurratti hojjetaa jira jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa.
Daa'imman miiliyoonni 2 ol…
Gareen Shubbisa Aadaa Aandi Itiyoophiyaa dorgommii Shubbisa Faanaa 80 injifate
Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Torbeewwan saglan darbaniif dorgomamaa kan ture dorgommiin shubbisa Faanaa 80 olaantummaa garee shubbisa Aadaa Aandi Itiyoophiyaan xumurame.
Dorgommichi…
Bulchiinsi magaalichaa misooma magaalota naannolee tumsuun badhaadhina hundagaleessaaf hojjechaa…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee misooma magaalota naannolee tumsuun badhaadhina hundagaleessa mirkaneesssuf hojjechaa jira jedhan Kantibaan magaalichaa…
Abbootiin Gadaa Arsii fi maanguddoonni seeran tuman
Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) –Yaa'iin Gadaa Sikkoo Mandoo Sirna Murtii Haqaa kennameen xummurameera.
Yaa'ii kana irrattis Seeroonni Shan Lallabamanaaniiru.
Seeroonni…
Hojiiwwan raawwataman hedduun, guddina ariifachiisaa yeroo gabaabaa keessatti fiduun akka…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) –Hojiiwwan raawwataman hedduun, guddina ariifachiisaa yeroo gabaabaa keessatti fiduun akka danda'amu agarsiiftuudha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa…
Qonna Gannaa bara kanaan hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 7 sanyiin uwwifame
Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) – Qonna Gannaa bara kanaan hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 7 sanyiin uwwifame jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen.…
Gamaaggamni raawwii hojii Paartiifi Mootummaa Naannoo Oromiyaa Adaamaatti eegale
Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) – Gamaaggamni raawwii hojii bara 2017 Paartiifi Mootummaa Naannoo Oromiyaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti eegaleera.
Gamaaggamni raawwii hojii waggaa bara…
Nageenyi guutummaatti akka mirkanaa’uuf uummanni akka tumsu Abbootiin Gadaa dhaamsa dabrsan
Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC) - Abbootiin Gadaa Sikkoo Mandoo yaa’iif Hara Laangannoo jiran uummanni nagaa isaa akka eeggatu dhaamsa dabarsan.
Yaa’iin Abbootii Gadaa Sikkoo Mandoo…
Abbootiin amantaa Kaatolikii Itiyoophiyaa biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC) - Abbootiin amantaa Mana Amantaa Kaatolikii mooraa Giddugala Mana Amantichaa Moojootti argamuu keessa biqiltuu dhaabaniiru.
Yaa’iin Idilee phaaphaasota…
Milkaa’inni Ashaaraa Magariisaa agarsiistuu badhaadhina fi guddina Itoophiyaati – Dooktar…
Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC) - Milkaa’inni Ashaaraa Magariisaa badhaadhina fi guddina Ityoophiyaa kan agarsiisu ta’uu Ministirri Qonnaa Dooktar Girmaa Amantee ibsan.
…