Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Finfinneetti sababa kamiiniyyuu richiitii dhukaasuun dhorkaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti sababa kamiiniyyuu richiitii dhukaasuun dhorkaa ta’uu Komishiinin Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Namoonni dhuunfaa…
Jiraattoonni magaalaa Dodolaa fi aanaa Dodolaal raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisan
Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Jiraattoonni godina Arsii lixaa magaalaa Dodolaa fi aanaa Dodolaal raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa korma 25 hooloota 100 fi Qamadii kuntaala 100…
Obbo Shimalliisii fi Dr Qana’aan deeggarsa jiraattoonni godina Arsii fi magaalaa Asallaa taasisan…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimalliis Abdiisaa fi Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Dooktar Qana’aa Yaadataan deeggarsa…
Shawaa dhihaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’annaa jala oolan
Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)-Shawaa dhihaa aanoolee 10 keessaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa fi uffaanni seeraa ergama badiif qophaa’an to’annaa jala oolu poolisiin beeksise.…
koreen aartiin kabaja biyyaati jedhu hunda’ee hojii eegale
Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Koreen Gamtaa Ogeeyyii Aartii Ityoophiyaa koree aartiin kabaja biyyaati jedhu hunda’uun hojii eegaluu beeksisan.
Koreen hundaa’ee ibsa lateen akka…
FBCn waggaa 25ffaasaa buufatalee naannootti kabajaa jira
Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Faanaa Broodkaasiting Koorporeet waggaa 25ffaa isaa buufatalee naannootti kabajaata jira.
Ayyaanichi har’a Jimmaa,…
Aadde Adaanach Finfinneetti kan argaman abbootii qabeenyaa naannoo Tigraay waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa aadde Adaanach Abeebee Finfinneetti kan argaman abbootii qabeenyaa naannoo Tigraay waliin mari’ataniiru.…
Jiraattoonni magaalaa Galaan gocha badii murni ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaarraatti raawwate…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Godina addaa naannawa Finfinneetti jiraattoonni bulchiinsa magaalaa Galaan gocha badii murni ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaarraan ga'e kan balaaleffatan…
Harargee bahaatti hiriirrii deeggarsa raayyaa ittisa biyyaa gageeffama jira
Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Raayyaan ittisa biyyaa olaantummaa seeraa kabachiisuu tarkaanfiin garee ABUT irratti fudhataa jiru deeggaruun godina Harargee bahaa magaalaa Haramaayaatti…
Ityoophiyaa fi Morookoon tumsasaanii cimsuuf waaligalan
Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taaggasaa Caafoo, Ityoophiyaa fi Jibuutiitti Ambaasaaddara Mootummaa Moototaa Morookoo Naazihaa Alaawiwii…