Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiraattoonni godina Arsii fi magaalaa Assallaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa sangoota 550 ol…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Jiraattoonni godina Arsii fi magaalaa Assallaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa sangoota 550 ol taasisaniiru.
Gareen juntaa ABUT gochaa inni…
Kaleessa galgala rookkeettiin gara Baahir Daarii fi Goondaritti dhukaafamuu qulqulleessi ragaa…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Kaleessa galgala rokkeettiin gara Baahir Daarii fi Goondaritti dhikaafamuu koreen qulqulleessa ragaa labsii yeroo ariifchiisaa beeksiseera.…
Obbo Dammaqaa Mokonnin dhimmoota waqtaawaa irratti ambaasaaddarootaa fi dippilomaatota teessoo…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin dhimmoota waqtaawaa irratti ambaasaaddarootaa fi dippilomaatota…
Kunuunsa bishaanii fooyyessuuf waliigalteen Yuuroo miiliyoona 9.3 mallatteeffame
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC) – Finfinneetti kunuunsa bishaanii fooyyessuuf waliigalteen Yuuroo miiliyoona 9.3 ol mallatteeffameera.
Waliigaltichi kan mallattaa’e, Abbaa Taayitaa…
Koomishiniin Poolisii Federaalaa Afrikaatti Dhaabbata fakkeenyummaa qabu akka ta’uuf ni hojjetama-…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC) – Koomishinii Poolisii Federaalaa Afrikaatti Dhaabbata fakkeenyummaa qabu taasisuuf kan hojjetamu ta’uu Koomishinarri Koomishinii Poolisii Federaalaa…
Ityoophiyaannoonni 84 sanada hin qabne Beerutii deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 84 sanada hin qabne Beeruut-Libaanoosii gara biyyaa deebi’aniiru.
Waajjirri waliigala Qoonsiilaa Ityoophiyaa Liibaanoosiitti…
Oromiyaatti barnoonni kutaa 8ffaa fi 12ffaan ala Sadaasa 7 ni eegala-Dr Tolaa
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti barnoonni kutaa 8ffaa fi 12ffaan alatti Sadaasa 7 akka eegaluu hoogganaan Biiroo Barnoota Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoo ibsaniiru.…
Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 132 vaayrasii koroonaan qabamuu…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 132 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
MM FDRI Dooktar Abiy ummanni Tigraay garee badii ABUT irraa of tiksuu akka qaban waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ummanni Tigraay garee badii ABUT irraa of tiksuu akka qaban waamicha dhiyeessan.
Muummeen Ministiraa…
Ityoophiyaa diiguuf hojjechaa kan ture gareen ABUT ariitiin seeraatti dhiyaachuu qaba – PDT
Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC) –Gareen ABUT balleessaa isaaf adabbii maluu akka argatuuf ummannii fi dargaggoonni Tigiraay yakkamtoota saaxilanii laachuun itti gaafatamummaa seenaa akka…