Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Nageenya waaraa Afrikaa mirkaneessuuf qindoominaan hojjechuu barbaachisa – Injiinar Ayishaa…
Finfinnee, Guraandhala 24, 2018(FMC)- Ministirri Ittisaa Injiinar Ayishaa Mahaammad Ministiroota Ittisaa fi hoggantoota jilawwan bayyoota garaa garaa waliin mari'ataniiru.
Injiinar…
Milkaa’ina filannoof dubartoonni itti gaafatamummaa isaanii bahachuu qabu- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Guraandhala 24, 2018 (FMC) – Milkaa’ina filannoo Waliigalaa 7ffaaf dubartoonni itti gaafatamummaa isaanii adda durummaan bahachuu qabu jedhan Pirezidaantii Itti aanaa fi Itti…
Oromiyaatti hojii eegumsa biyyeefi bishaanii hojjetameen Saaxilamummaan balaa hir’ate- BQO
Finfinnee, Guraandhala 24, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti hojii Eegumsa biyyee fi bishaanii kutaalee hawaasaa hirmaachiisee hojjetameen saaxilamummaan balaa hir’ateera jedhe Biiroon Qonnaa…
Dooktar Abiy Ahimad baatii Ramadaanaa sababeeffachuun maatii baqattoota waliin sagantaa Afxaraa…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad baatii Ramadaanaa sababeeffachuun har'a maatii baqattoota waliin sagantaa Afxaraa gaggeessaniiru.
Har'a…
Guyyaan har’aa ummattoota gurraachaa maraaf guyyaa ifni aduu itti baheedha – Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) - Guyyaan har'aa Afrikaanotaa fi ummattoota gurraachaa maraaf guyyaa ifni aduu itti baheedha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Adwaan injifannoo qeenxee osoo hin taane, injifannoo tokkummaa fi sab-daneessummaati – Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) - Adwaan injifannoo qeenxee osoo hin taane, injifannoo tokkummaa fi sab-daneessummaati jedhan Kantibaan Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan.…
Manni Maree Ministirootaa murtoo adda addaa dabarse
Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Manni Maree Ministirootaa Walga'ii Idilee 53ffaa har'a gaggeesseen dhimmoota addaarratti mari'achuu murtoo garaagaraa dabarseera.
1. Manni marichaa…
Adwaan Mallattoo cichoominaafi Siidaa bilisummaati!
Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Ayyaanni Injifannoo Adwaa waggaa 130ffaan Godinaaleefi magaalota Oromiyaa garaagaraatti sagantaalee adda addaatiin kabajamaa jira.
Guyyaan Injifannoo…
Adwaan injifannoo baandawwan illee bilisoomseedha – Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Adwaan injifannoo baandaawwan illee bilisoomseedha jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan.…
Adwaan mallattoo gootummaa fi cichoominaa ta’ee itti fufa – Injinar Ayishaa Mahaammad
Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Adwaan mallattoo gootummaa fi cichoominaa ta'ee itti fufa jedhan Ministirri
Adwaan mallattoo gootummaa fi cichoominaa ta'ee itti fufa - Injinar…