Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaa fi biyya cimaa ijaaruuf murannoon ni hojjenna – Miseensota Caffee Oromiyaa
Finfinnee, Fulbaana 19, 2019 (FMC) – Imaanaa Ummataan nutti kenne amanamummaan raawwachuun Mootummaa fi biyya cimaa ijaaruuf murannoon ni jedhan Miseensotni Caffee Oromiyaa bara hojii Caffee…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud simatan
Finfinnee, Fulbaana 19, 2019( FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammudiin simataniiru.
Waajjirri Ministira Muummee…
Raayyaa Ittisaa: Gaachana Birmaddummaa fi Wabii Nageenya Naannawaa
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) – Birmaddummaa biyya tokkoo kabachiisuuf, faayidaa biyyaalessaa isaa eeguu fi nageenya waaraa mirkaneessuuf Raayyaa Ittisaa yeroo wajjin deemuu fi gurmaae…
Caffeen Oromiyaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’ee akkan tajaajilu irra deebisee…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Yaa’ii Caffee duraa waggaa 1ffaa bara hojii caffee 7ffaa har’a gaggeeffame ilaalchisee ergaa dabarsaniiru.…
Godinaalee ja’an caaseffama haaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa:
1. Godina Baha Oromiyaa: Godina Harargee Bahaafi Haragee Lixaa
2. Godina Kibba Baha Oromiyaa: Godinoota Arsii, Arsii Lixaa, Baalee, Baalee Bahaa, Magaalaa Asallaafi Magaalaa Dodolaa…
Ibsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa irraa kenname
Mootummaan Naannoo Oromiyaa fayyadamummaa uummataa mirkaneessuuf rifoormii haaraa ijaarsa sirna cimaafi mootummaa jabaa bu'uuressu hojiirra oolcheera.
Injifannoo Ummata Oromoo aarsaa…
Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaasee Hoggantoota Olaanoo Gamtaa Awurooppaa Waliin Mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) – Pirezidaantiin RDFI Taayyee Atsqasillaasee Itti Aanaa Barreessaa Olaanaa Dhimmoota Siyaasaa Gamtaa Awurooppaa, Ambaasaaddar Oloof Iskoog fi Gaanfa…
Hariiroo cimaan Itiyoophiyaa fi Hindii tumsaan hojjechuuf faayidaa olaanaa qaba – Obbo Mahaammad…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) – Hariiroon cimaan Itiyoophiyaa fi Hindi waggoota dheeraa lakkoofsise waliin hojjechuuf faayidaa olaanaa qabaachuu Ministirri Nagaa Obbo Mahaammad Idriis…
Pirojektii naannawaa gammoojjii dheebuu baase
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019( FMC)- Waggoota dheeraaf jiraattonni naannawaa gammoojii biyyattii haganatti xiyyeeffannoo mootummaa argachaa hin turre.
Jijjiiramaan as garuu…
Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa naannawaafi guddina waloof kutannoon ni hojjetti- Obbo Ahimad…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC)- Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa naannawaafi guddina waloof kutannoon ni hojjetti jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen.…